Inistiitiyuutichi maashina qorannoon argate kan oomisha falaffaluuf oolu beeksise
Finfinnee, Muddee 6, 2014 (FBC) – Inistiitiyuutiin Baayooteekinooloojii Ityoophiyaa Abbaa Taayitaa Saayinsii fi Teeknooloojii Oromiyaa waliin ta’uun maashina qorannoon argate kan oomisha…
Chaayinaatti doonii nama maleessaa 5G yaalii qilleensarra bolooli’uu taasise
Finfinnee, Sadaasa 10, 2014 (FBC) – Kibbaa Lixaa Chaayinaatti doonii nama maleessaa 5G yaalii qilleensarra bolooli’uu taasise xumuramuu ibsameera.
Dooniin bolooli’aan kun gara…
Ityoophiyaa ga’uumsa teeknooloojii Afrikaa taasisuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 2, 2014 (FBC)- Ityoophiyaa ga’uumsa teeknooloojii Afrikaa taasisuuf hojjetamaa jiraachuu Ministir deettaan Ministeera Innooveeshiinii fi Teeknooloojii aadde Huuriyaa Aliin…
Bara kana barattoota miiliyoona 1’f waraqaan eenyummaa dijiitaalaa ni laatama
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2014 (FBC)- Bara kana barattoota miiliyoona 1’f waraqaan eenyummaa dijiitaalaa ni laatamaa jedhameera.
Ministeerri Barnoota dhaabbata idil addunyaa ‘Input Out…
Chaayinaatti lakkoofsi fayyadamtoota Intarneetii 5G miiliyoona 450 ga’e
Finfinnee, Onkololeessa 09, 2014 (FBC) – Chaayinaatti lakkoofsi fayyadamtoota Intarneetii 5G miiliyoona dhibba 4 fi miiliyoona 50 ga’uu Ministeerri Indaastirii fi Teeknooloojii biyyattii…
Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa Kaampanii softiweeriifi teeknooloojii dhiyeessuu “Saabree” jedhamu…
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2014 (FBC)-Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa Kaampanii softiweeriifi teeknooloojii dhiyeessuu “Saabree” jedhamu waliin waggoottan 7 dhufaniif waliin hojjechuf…
Guugil fayyadamtootaa sodaa saayibarii olaanaa qaban kuma 10f furtuu nageenya iccitii laachuuf ta’uu…
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2014 (FBC) – Guugil fayyadamtootaa haaraa sodaa saayibarii olaanaa qaban kuma 10f furtuu nageenya iccitii laachuuf ta’uu ifoomse.
Buttoonni…
Ityoophiyaatti bakkeewwan kenniinsa tajaajilaa kaartaa diijitaalaa Googil irratti galmeessuuf…
Finfinnee, Fulbaana 28, 2014 (FBC)- Ityoophiyaatti bakkeewwan kenniinsa tajaajilaa kaartaa diijitaalaa Googil irratti galmeessuuf hojjetamaa jiraachuu ibsameera.
Ministirri Ministeera…
Eeyyama seera qabeessa malee Diroonii waraabbiif fayyadamuu fi balaliisuun seeraan nama gaafachiisa…
Finfinnee, Fulbaana 19, 2014 (FBC) – Eeyyama seera qabeessa malee Diroonii waraabbiif fayyadamuu fi balaliisuun seeraan kan nama gaafachiisu ta'uu Tajaajilli Odeeffannoo fi Nageenya…
Pilaatfoormiin Diijitaalaa “Awo Dooktar” jedhamu eebbisiifame
Finfinnee, Fulbaana 13, 2014 (FBC)- Pilaatfoormiin Diijitaalaa “Awo Dooktar” jedhamu tajaajila waldhaansaa manaa manatti kennuu dandeessisu eebbisiifamuu ibsameera.
Pilaatfoormiin kun…