Browsing Category
Idil Addunyaa
Gaaffiin Afrikaan Mana Maree Nageenyaatti teessoo argachuuf kaastu haqa qabeessa –…
Finfinnee, Adoolessa 7, 2018 (FMC)- Gaaffiin Afrikaan Mana Maree Nageenyaa Mootummoota Gamtoomanitti teessoo argachuuf kaastu haqa qabeessa jedhan Pireezidaantiin Azarbaajaan Ilihaam…
Ameerikaan halkan tokkotti bakkeewwan Iraan hedduu haleelte
Finfinnee, Adoolessa 6, 2018 (FMC) – Iraan ulaa Hormuz keessatti dooniiwwan daldalaa darbaa turan haleelteetti jechuun, Ameerikaan halkan tokkotti qiyyaafannoowwan waraana Iraan hedduu…
Ameerikaan Iraan irratti haleellaa marsaa sadaffaa raawwatte
Finfinnee, Adoolessa 5, 2018(FMC)-Ameerikaan halkan edaa Iraan irratti haleellaa marsaa sadaffaa wayita raawwattu Iraan tarkaanfii deebii kennuu buufataalee Waraanaa Ameerikaa naannawichatti…
Mojtaabaa Kaamenii gumaa abbaa isaanii baasuuf dhaadatan
Finfinnee, Adoolessa 4, 2018 (FMC) - Hogganaan Ololaa haaraan Iraan, Ayyaatolaah Mojtaabaa Kaameniiy, gumaa abbaa isaanii Alii Kaameniiy baasuun fedhii uummata Iraan hundaati jechuun,…
Chaayinaatti balaa ibiddaa warshaa Kophee irratti mudateen lubbuun namoota 28 darbe
Finfinnee, Adoolessa 3, 2018(FMC)- Kibba Bahaa Chaayinaa magaalaa Jiinjiyaangitti balaa ibiddaa warshaa Kophee irratti mudateen lubbuun namoota 28 darbe.
Balichi gamoo Huuyitiing…
Ameerikaan Iraan irratti haleellaa raawwatte
Finfinnee, Adoolessa 2, 2018 (FMC) - Pireezidant Doonaald Traamp waliigalteen dhukaasa dhaabuu xumurameera jechuun erga labsanii booda, Ameerikaan Iraan irratti haleellaa raawwatteetti.…
Waliigalteen dhukaasa dhaabuu yeroo Ameerikaa fi Iraan dhumateera – Pireezidaanti Tiraampi
Finfinnee, Adoolessa 1, 2018 (FMC) – Waliigalteen dhukaasa dhaabuu yeroo Ameerikaa fi Iraan Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaaldi Tiraampi.
Pireezidaanti Tiraampi yaa'ii NATO Turkiitti…
Sigiga lafaa Chaayinaatti mudateen lubbuun namoota 21 darbe
Finfinnee, Adoolessa 1, 2018 (FMC) – Kaaba Lixa Chaayinaatti sigiga lafaa mudateen lubbuun namoota 21 darbe.
Balaa sigiga lafaa kutaa bulchiinsa Gaansuu magaalaa Loonginaatti mudateen…
Afriikaan Mana Maree Nageenyaa Mootummoota Gamtoomaniitti teessoo dhaabbataa akka argattu Raashaan…
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2018 (FMC) - Afriikaan Mana Maree Nageenyaa Mootummoota Gamtoomanii (UN) keessaa teessoo dhaabbataa akka argattuuf Raashaan ni deggerti jedhan Ministirri Dhimma…
Chaayinaan yaalii misaa’ela baalaastikaa milkaa’inaan gaggeessite
Finfinnee,Waxabajjii 29, 2018 (FMC) – Humni Galaanaa Chaayinaa Doonii Bishaaan keessaraa gara Garba Paasifikitti yaalii misaa'ela baalaastikaa milkaa’inaan gaggeessera.
Yaalichi wayita…