Browsing Category
Idil Addunyaa
Ameerikaan bu’uuraalee misoomaa Iraan haleelte taanaan tarkaanfii cimaan fudhadha – Iraan
Finfinnee, Bitooteessa 28, 2018 (FMC) – Ameerikaan bu’uuraalee misooma Anniisaa Iraan haleelte taanaan tarkaanfii deebii hamaa ta’e kan fudhattu ta’uu Iraan akeekkachiifte.
Ministirri…
Waliigaltee dhukaasa dhaabuu guyyoota 45 Ameerikaa fi Iraan…
Finfinnee, Bitooteessa 28, 2018 (FMC) – Ameerikaa fi Iraan waliigaltee dhukaasaa dhaabuu guyyoota 45’f taasisuuf mari’ataa jiru.
Pireezidaantii Itti Aanaan Ameerikaa Jeedii Vaansi,…
“Duula Ameerikaan miseensa humna qilleensa ishee baraaruuf duulteen xiyyaarota waraanaa hedduu…
Finfinnee, Bitootessa 27, 2018 (FMC)- Waraanni Iraan duula Ameerikaan paayileetii xiyyaara waraanaa F-15 kibba Iraanitti rukutamee kufe oolchuuf taasisteen, xiyyaarota waraanaa hedduu…
Iraan Dooniiwwan Iraaq ulaa Hoormuuziin akka darban eeyyamte
Finfinnee, Bitootessa 27, 2018 (FMC) - Iraan qoqqoobbii ulaa Hoormuuzirra keesse kaasuun Dooniiwwan Iraaq rakkoo tokko malee bilisummaa akka darban eeyyamteerti.
To'annoo fi qoqqoobbii…
Miseensi humna Qilleensaa Ameerikaa Jeettii Iraan kuffiste keessa ture argame – Pireezidaanti…
Finfinnee, Bitootessa 27, 2018 (FMC) - Miseensi humna Qilleensaa Ameerikaa Jeettii Waraanaa Ameerikaa Iraan Jimaata darbe kuffiste keessa ture oppireeshiinii gootummaan argame jedhan…
Iraanifi Ameerikaan waahila balaliisaa Jettii Waraanaa argachuuf walmorkaa jiru…
Finfinnee, Bitootessa 26, 2018 (FMC) -Iraanii fi Ameerikaan waahila balaliisaa Jettii Waraanaa Ameerikaa F- 15 jedhamu Iraan kaleessa kuffiste argachuuf walmorkaa jiraachuun ibsameera.…
Waraana Baha Giddugaleessaa Addunyaa mudde…
Finfinnee, Bitootessa 25, 2018 (FMC) – Waraanni Baha Giddugaleessaa guyyoota 35 lakkoofsise addunyaa mudduu itti fufeera.
Waraanni Ameerikaa fi Israa’eel Guraandhala 28 Iraanirratti banan…
Ulaa Hoormuuz bansiisuuf humni filmaata hin ta’u- Imaanu’eel Maakroon
Finfinnee, Bitootessa 24, 2018 (FMC) – Ulaa Hoormuuz bansiisuuf humna fayyadamuun filmaata hin ta’u jedhan Pirezidaantiin Faransaay Imaanu’eel Maakroon.
Pirezidaanti Imaanu’eel Maakroon…
Xiyyaarri waraanaa Raashiyaa kufee caccabuun imaltoonni hundi du’an
Finfinnee, Bitootessa 23, 2018(FMC) – Xiyyaarri waraanaa Raashiyaa naannawaa daangaa Yuukreen bulchiinsa Kiriimiiyaatti kufee caccabuun imaltoonni hundi du’uu isaanii gabaafame.
Xiyyaarri…
Waraanni Iraan torbeewwan 2 – 3 keessatti xumuramuu danda’a – Pireezidaanti Tiraampi
Finfinnee, Bitootessa 23, 2018(FMC) – Waraanni Iraan torbeewwan lamaa hanga sadii keessatti xumuramuu danda’a jedhan Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraampi.
Waraanni diinagdee…