Browsing Category
Idil Addunyaa
Waraana Baha Giddugaleessaa lubbuu lammiilee kuma 3 olii wareege
Finfinnee, Bitootessa 22, 2018 (FMC) – Ameerikaafi Israa'el waraana Iraan erga jalqabanii Baha Gidduugalaa keessatti lammiileen kumni 3 fi 492 wareegamaniiru.
Namoota wareegaman keessaa…
Haleellaa marsaa 2ffaa Huutii fi Waraana Lafoo Ameerikaa…
Finfinnee, Bitootessa 20, 2018 (FMC) – Waraana Ameerikaa- Israa’el fi Iraanitti kan makame gareen hidhattootaa Yaman Huutiin Israa’el irratti yeroo 2ffaaf haleellaa raawwachuu beeksiseera.…
Weellisaa beekamaan duraanii Baaleendiraa Shaahiin Ministira Muummee Neeppaal ta’e
Finfinnee, Bitootessa 18, 2018(FMC) – Weellisaa beekamaa kan ture Baaleendiraa Shaahiin Ministira Muummee Neeppaal ta’uu sirna kakuu raawwate.
Dargaggoon umrii waggaa 35 Baaleendiraa…
Tiraampi haleellaa Iraanirratti raawwachuuf daangaa yeroo kennan irra deebiin dheeressan
Finfinnee, Bitootessa 18, 2018(FMC) – Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraampi haleellaa bu’uuraalee misooma anniisaa Iraanirratti raawwachuuf daangaa yeroo kennan irra deebiin…
Daafiin waraana Giddugaleessa Bahaa akka Covid -19 ta’uu mala – Pireezidaanti Putiin
Finfinnee, Bitootessa 17, 2018 (FMC) – Daafiin waraana Giddugaleessa Bahaa akka Covid -19 weerara ta’uu danda’a jedhan Pireezidaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Putiin.
Wayita weerarri Covid –…
Waraana Giddugaleessa Bahaa Addunyaa raasaa jiru…
Finfinnee, Bitootessa 17, 2018 (FMC) – Waraanni Baha Giddugaleessaa Israa’eel fi Ameerikaan Iraan waliin gaggeessaa jiran Addunyaa gaaga’aa jira.
Waraana Baatii tokko guutuuf jiru kanaan…
Ammatti marii kamiiyyuu eegaluuf fedhii hin qabu – Iraan
Finfinnee, Bitootessa 17, 2018 (FMC) – Iraan ammatti marii kamiiyyuu eegaluuf fedhii hin qabdu jedhe Ministeerri Dhimma Alaa biyyattii.
Iraan yaada ka’umsa marii Pireezidaantiin Ameerikaa…
Iraan qaamoleen waraana keessatti qooda hin fudhanne ulaa Hoormuuz akka fayyadaman eeyyamte
Finfinnee, Bitootessa 16, 2018 (FMC)- Iraan qaamoleen waraana Ameerikaa- Israa’el fi Iraan keessatti qooda hin fudhanne ulaa Hoormuuz akka fayyadaman eeyyamuu beeksifteetti.
Biyyattiin…
Pirezidaanti Doonaaldi Tiraampi waraanicha dhaabuuf yaada dhiyeessanis Iraan mariin hin jiru jette
Finfinnee, Bitootessa 16, 2018(FMC)- Pirezidaantiin Ameerikaa Doonaaldi Tiraampi waraana Ameerikaa-Israa’el fi Iraan dhaabuuf yaada ka’umsaa qabxiilee 15 of keessaa qabu dhiyeessanis Iraan…
Waraana lubbuu lammiilee kuma 2 fi 600 olii galaafate…
Finfinnee, Bitootessa 15, 2018(FMC) – Waraanni Baha Giddugaleessaa hanga ammaatti lubbuu lammiilee kuma 2 fi 660 wareeguun, namoota kuma 28 fi 280 ol ammoo madeessuu gabaafameera.…