Browsing Category
Idil Addunyaa
Gochaa faallaa marii Ameerikaa fi Iraan, gatiin boba’aa irra deebiin dabaluu…
Finfinnee, Bitootessa 15, 2018(FMC) – Giddugaleessa Bahaatti waraanni Ameerikaa – Israa’elii fi Iraan gidduutti gaggeeffamaa jiru cimee itti fufeera.
Waraannichi dhiyeessii boba’aa…
Israa’elii fi Ameerikaan bu’uuraalee misooma Anniisaa Iraan haleelaan
Finfinnee, Bitootessa 15, 2018(FMC) – Israa’elii fi Ameerikaan bu’uuraalee misooma Anniisaa Iraan Isfahaanii fi Kooraamshaahir jedhaman irratti haleellaa raawwatan.
Pireezidaantiin…
Kolombiyaatti balaa Xiyyaara loltummaarraa qaqqabeen lubbbuun namoota 66 darbe
Finfinnee, Bitootessa 14, 2018 (FMC)- Kolombiyaatti balaa Xiyyaara loltummaarraa qaqqabeen lubbbuun namoota 66 darbeera.
Balichi naannawaa Amaazoon kibba Kolombiyaa naannoo daangaa…
Xiyyaara konkolaataan walitti bu’uun lubbuu balaliisaa fi gargaaraa galaafate
Finfinnee, Bitootessa 14, 2018 (FMC) –Xiyyaarri Moontiriyaal irraa gara Niwuyorki Buufata Xiyyaaraa Laagaarditti balali’e Konkolaataan walitti bu’uun lubbuu namoota lamaa galaafachuu…
Kuwaataaritti helekooptarri waraanaa kufuun lubbuun namoota 7 darbe
Finfinnee, Bitootessa 13, 2018 (FMC) – Kuwaataaritti helekooptarri waraanaa kufuun lubbuun namoota 7 darbeera.
Helekoooptarri kun hojii idileerra osoo jiruu rakkoo teekinikaan kufuu…
Akeekkachiisa Sa’aatii 48 Pirezidaant Tiraamp Iraaniif Kennan
Finfinnee, Bitootessa 13, 2018 (FMC) – Pirezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp, Iraan yoo sa'aatii 48 keessatti Ulaa Hormuz lammata hin bantu ta'e, wiirtuulee humna annisaa biyyattii akka…
Duula waraanaa Iraanirratti gaggeeffamaa jiru…
Finfinnee, Bitootessa 12, 2018 (FMC) – Duulli waraanaa Iraanirratti gaggeeffamaa jiru suuta suuta hir'ataa kan deemu ta'uu Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraampi ibsan.
Ameerikaan…
Gootichi fiilmiiwwan Holiwuud Chaak Nooris addunyaa kanarraa du’aan boqote
Finfinnee, Bitootessa 11, 2018 (FMC) – Taatoon fiilmii Holiwuud beekamaa fi gootni ogummaa maarshaalii Chaak Nooris ganna 86'tti addunyaa kanarraa du’aan boqoteera.
Nooris bara 1940…
Waraana keessa teessee bara haaraa peerahiyaanotaa kabajaa kan jirtu Iraan
Finfinnee, Bitootessa 11, 2018 (FMC) - Iraan bara 1980 booda yeroo jalqabaaf ayyaana waggaa haaraa Peershiyaanotaa "Nooruuz" jedhamuun beekamu waraana keessa teessee kabajachaa jirti.…
Ameerikaan loltoota ishee gara Baha Giddu-galeessaatt erguuf karroora hin qabdu – Doonaald…
Finfinnee, Bitootessa 10, 2018 (FMC) – Preezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp, biyyi isaanii loltoota dabalataa gara Baha Giddu-galeessatti erguuf karroora akka hin qabne beeksisan.…