Browsing Category
Idil Addunyaa
Wabii Midhaan Nyaataarratti tarkaanfiin hatattamaa akka fudhatamu gaafatame
Finfinnee, Eebila 6, 2014 (FBC) – Dhaabbileen Maallaqaa Idil Addunyaa Wabii Midhaan Nyaataarratti tarkaanfii ariifachiisaan akka fudhatamuu gaafatan.
Waldhabdee Raashiyaa fi Yuukreen…
Waraanni Raashiyaa fi Yuukreen addunyaa gara ‘olola waraanaa haaraatti fudhachaa jira’ – Turki
Finfinnee, Eebila 6, 2014 (FBC) – Turki Waraanni Raashiyaa fi Yuukreen addunyaa gara ‘ olola waraanaa haaraatti fudhachaa jira’ jechuun akeekkachiifte.
Waraanni Raashiyaa fi Yuukreen…
Afrikaa Kibbaatti balaa lolaa mudateen lubbuun namoota 300 darbuu gabaafame
Finfinnee, Eebila 6, 2014 (FBC) – Afrikaa Kibbaa magaalaa Darbaanitti balaa lolaa mudateen lubbuun namoota 300 darbuu gabaafame.
Balaa lolaa kanaan daandiiwwanii fi manneen hedduun…
Ameerikaan biyyoota Lixaa gurmeessuun meeshaalee waraanaa Yuukreeniif dhiyeessaa jirtuuf gatii ni…
Finfinnee, Eebila 5, 2014 (FBC) – Ameerikaan biyyoota Lixaa gurmeessuun meeshaalee waraanaa Yuukreeniif dhiyeessuu yoo hin dhaabne tarkaanfii kan fudhattu ta’uu Raashiyaan…
Raashiyaan komii Ameerikaan meeshaalee waraanaa Keemikaalaa fayyadamti jechuun dhiyeessite fudhatama…
Finfinnee, Eebila 5, 2014 (FBC) – Raashiyaan komii Ameerikaan meeshaalee waraanaa Keemikaalaa fayyadamti jechuun dhiyeessite himannaa bu’uura hin qabne jechuun kuffifte.…
Raashiyaan Giddugala Ajaja Waraanaa Yuukreen barbadeessuu gabaafame
Finfinnee, Eebila 4, 2014 (FBC) – Raashiyaan Giddugala Ajaja Waraanaa lafa keessaa Yuukreen miisaa’elaan barbadeessuu Ministeerri Raayyaa Ittisa Biyyaa Raashiyaa beeksise.
Akka…
Ityoophiyaa dabalatee biyyoota Afrikaa 5’f deeggarsi doolaara miiliyoona 5.5 raggaasifame
Finfinnee, Eebila 3, 2014 (FBC) – Boordiin Daayrektoreetii Fandii Misooma Afrikaa Ityoophiyaa dabalatee biyyoota Afrikaa 5’f deeggarsa doolaara miiliyoona 5 fi kuma dhibba 5 raggaasisuu…
Filannoon Preezdaantummaa Faransaay marsaa 2ffaan har’a ni gaggeeffama
Finfinnee, Eebila 3, 2014 (FBC) – Filannoon Preezdaantummaa Faransaay marsaa 2ffaan har’a kan eegalamu ta’uu ibsame.
Filannoo Preezdaantummaa marsaa 2ffaa kanaan Preezdaant…
Lammiileen Paakistaan aangoorraa ka’uu Muummee Ministiraa Imraan Kaan mormuun hiriira ba’an
Finfinnee, Eebila 3, 2014 (FBC) – Lammiileen Paakistaan hedduun aangoorraa ka’uu Muummee Ministiraa biyyattii Imraan Kaan mormuun hiriira ba’uu gabaafame.
Magaalaa guddoo biyyattii…
Raashiyaan miseensummaa Mana Maree Mirgoota Namoomaa keessaa baate
Finfinnee, Bitootessa 30, 2014 (FBC) – Raashiyaan miseensummaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Mana Maree Mirgoota Namoomaa keessaa of baasuu Ministeerri Dhimma Alaa biyyattii beeksise.…