Browsing Category
Idil Addunyaa
Mariiwwan Raashiyaa fi Yuukreen giddutti taasifameen jijjiirramni fooyya’aan…
Finfinnee, Bitootessa 3, 2014 (FBC)- Mariiwwan Raashiyaa fi Yuukreen gidduutti gaggeeffamee waliigaltee malee xumuramuus jijjiirramnii fooyya'aan muul’achuu Preezdaantiin Raashiyaa…
Humnoonni Rippaablikaanii Dooneeskii magaalaa Yuukreen Voolnoovaakaa to’atan
Finfinnee, Bitootessa 2, 2014 (FBC) – Humnoonni Rippaablikaanii Dooneeskii magaalaa Yuukreen Voolnoovaakaa to’achuu Ministeerri Raayyaa Ittisaa Biyyaa Raashiyaa beeksiise.…
Ministiroonni Alaa Raashiyaa fi Yuukreen Turkitti mari’ataa jiru
Finfinnee, Bitootessa 1, 2014 (FBC) – Ministiroonni dhimma Alaa Raashiyaa fi Yuukreen waliigaltee dhukaasa dhaabuu taasiisuuf Turkitti mari’ataa jiraachuu ibsameera.…
Nageenya waaraa mirkaneessuuf biyyoonni Awurooppaa Raashiyaa fi ummata biyyattii kabajuu qabu –…
Finfinnee, Gurraandhala 30, 2014 (FBC) – Raashiyaa fi Yuukreenitti nageenya waaraa mirkaneessuuf biyyoonni Awurooppaa Raashiyaa fi ummata biyyattii kabajuu akka qaban Preezdaantiin…
Mariin nageenyaa 3ffaan Raashiyaa fi Yuukreen bu’aa qabatamaa fiduu hin dandeenye jedhame
Finfinnee, Gurraandhala 28, 2014 (FBC) – Mariin nageenyaa 3ffaan Raashiyaa fi Yuukreen bu’aa qabatamaa osoo fidin xumuramuu ibsameera.
Hogganaan jila Raashiyaa Viilaadimiir Meedinsikii…
Waraanni Raashiyaa Yuukreenitti yeroof dhukaasa dhaabe
Finfinnee,Gurraandhala 28, 2014 (FBC) – Waraanni Raashiyaa Yuukreenitti yeroof dhukaasa dhaabuu dhaga’ame.
Dhukaasa dhaabuun yeroo kun har’aa eegalee magaaloota Yuukreen…
Sababa waraana Raashiyaa fi Yuukreeniin gatiin boba’aa haalaan dabalaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 28, 2014 (FBC) – Sababa waraana Raashiyaa fi Yuukreen gidduutti adeemsifamaa jiruun gatiin boba’aa haalaan dabalaa jiraachuu ibsame.
Yeroo ammaa gatiin boba’aa hin…
Preezdaant Puutiin biyyisaanii Yuukreenii fi biyyoota alaa waliin mari’achuun qophii ta’uushee ibsan
Finfinnee, Gurraandhala 27, 2014 (FBC)-Preezdaantiin Raashiyaa Viildaamiir Puutiin biyyisaanii Yuukreenii fi biyyoota alaa waliin mari’achuun qophii ta’uushee ibsaniiru.
Preezdaant…
Loltoonni Raashiyaa Gabbisa Niiwukleerii guddicha Awurooppaa Keeyivitti argamu to’atan
Finfinnee,Gurraandhala 25, 2014 (FBC) – Loltoonni Raashiyaa halkan guutuu waraana erga gaggeessanii booda Gabbisa Niiwukleerii guddicha Awurooppaa Keeyivitti argamu to’achuu aanga’oonni…
Raashiyaa fi Yuukreen sarara daddabarsa namoomaa qopheessuuf waliigalan
Finfinnee, Gurraandhala 25, 2014 (FBC) – Raashiyaa fi Yuukreen walga’ii 2ffaa guyyaa kaleessaa Beelaaruusitti gaggeessaniin lammiileen naannawaa waraanaa keessaa akka ba’aniif sarara…