Browsing Category
Idil Addunyaa
Raashiyaan hoggantoota Gamtaa Awurooppaarra qoqqobbii keesse
Finfinnee, Bitootessa 23, 2014 (FBC) –Hoggantoonni Gamtaa Awurooppaa gara Raashiyaa akka hin seenne dhorkamuu Ministeerri Dhimma Alaa Raashiyaa beeksise.
Qoqqobbiin hoggantoota…
Manni Maree Nageenyaa Somaaliyaatti humni nagaa kabachiisaa haaraan akka bobba’u murteesse
Finfinnee, Bitootessa 23, 2014 (FBC) – Manni Maree Nageenyaa Somaaliyaatti humni nagaa kabachiisaa haaraan akka bobba'u murteesse.
Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti Manni Maree…
Humna Eeggataa Gaanfa Afrikaa cimsuuf waamichi dhiyaate
Finfinnee, Bitootessa 23, 2014 (FBC) – Humni Eeggataa Gaanfa Afrikaa dandeettii nageenyaa naannawichaa madaalu qabaachuun akka irra jiraatu ibsame.
Itaamaajoorshuumiin Humna Waraanaa…
Raashiyaa fi Yuukreen marii nageenyaa boruu onlaayiniin itti fufuufi
Finfinnee, Bitootessa 22, 2014 (FBC) – Raashiyaa fi Yuukreen marii nageenyaasaanii boruu onlaayiniin itti fufuufi.
Mariisisaan Yuukreen Deeviid Arkaamiiyaa biyyoonni lameen Turkiitti…
Waldhabdee Yuukreenii fi Raashiyaan walqabatee qoqqobbii Ameerikaan Raashiyaarra keesse Raashiyaa fi…
Finfinnee, Bitootessa 21, 2014 (FBC)- Waldhabdee Yuukreenii fi Raashiyaan walqabatee qoqqobbii Ameerikaa fi biyyoonni Raashiyaarra kaa’an Raashiyaa fi Chaayinaan balaaleffatan.
Ministirri…
Yaa’iin Ministiroota Barnootaa biyyoota miseensota IGAD gaggeeffame
Finfinnee, Bitootessa 21, 2014 (FBC)- Yaa’iin Ministiroota Barnootaa biyyoota miseensota Dhaabbata Misoomaa Mootummoota Baha Afrikaa( IGAD) 3ffaan magaalaa Finfinneetti gaggeeffame.…
Raashiyaan dippiloomaatoonni biyyoota garaagaraa 10 Mooskoo akka ba’an ajejje
Finfinnee, Bitootessa 21, 2014 (FBC) – Raashiyaan dippiloomaatoonni biyyoota garaagaraa 10 sa’aatii 72 keessatti Mooskoo gadi lakkisanii akka ba’an ajejuu ishee dhaga’ame.…
Aanga’oonni waraanaa Kooriyaa Kibbaa, Jaappaanii fi Ameerikaa dhimma nageenyaa naannawaarratti…
Finfinnee, Bitootessa 20, 2014 (FBC)– Ajajaan waraanaa Kooriyaa Kibbaa Woon Inchool akkasumas gitni isaanii Ameerikaa fi Jaappaan Maark Miilii fi Koojii Yamaazaaki guyyaa boruu dhimma…
Chaayinaan ilaalchi biyyoonni lixaa qabiinsa mirga namoomaarratti qaban madaalawaa akka hin taane…
Finfinnee, Bitootessa 20, 2014 (FBC)- Ilaalchi biyyoonni lixaa qabiinsa mirga namoomaarratti qaban madaalawaa kan hin taanee fi fudhatama kan hin qabne ta’uu Chaayinaan ibsite.
Beejiing…
Murtoo Raashiyaan sharafa biyya keessaan oomisha ishee gurguruu Hindi deeggarte
Finfinnee, Bitootessa 19, 2014 (FBC) – Qoqqoobbii biyyoonni Lixaa guyyoota muraasa dura Raashiyaarra kaa’an hordofee murtoo Raashiyaan sharafa biyya keessaan oomisha ishee gurguruu Hindi…