Browsing Category
Idil Addunyaa
Preezdaant Eerdohaanii fi Vilaadmiir Putiin yeroo itti aanu mariin Raashiyaa fi Yuukreen Turkitti…
Finfinnee, Bitootessa 19, 2014 (FBC) – Preezdaantiin Turkii Rajiib Xaayib Eerdohaanii fi kan Raashiyaa Vilaadmiir Putiin mariin Raashiyaa fi Yuukreen yeroo itti aanu Turkitti…
Aangoo Putiin kan murteessu ummata Raashiyaa isa filate malee Baayidanii miti- Dubbii Himaa…
Finfinnee, Bitootessa 18, 2014 (FBC) – Aangoo Preezdaant Putiin kan murteessu ummata Raashiyaa isa filate malee Preezdaantii Ameerikaa Joo Baayidanii miti jedhan Dubbii Himaan Kireemliin…
Raashiyaan Doonbaasiin bilisa baasuutti fuulleffachuu aanga’oonni waraanaa biyyattii beeksisan
Finfinnee, Bitootessa 17, 2014 (FBC)- Raashiyaan Doonbaasiin bilisa baasuutti fuulleffachuu aanga’oonni waraanaa biyyattii beeksisan.
Kaayyoon Raashiyaa inni duraa Doonbaasiin bilisa…
Preezdaant Joo Baayidan biyyoonni lixaa waraana Raashiyaa fi Yuukreeniif furmaata akka barbaadan…
Finfinnee, Bitootessa 17, 2014 (FBC) – Preezdaantiin Ameerikaa Joo Baayidan biyyoonni lixaa waraana Raashiyaa fi Yuukreeniif furmaata akka barbaadan gaafatan.
Preezdaant Joo Baayidan…
Biyyoonni miseensa Gamtaa Awurooppaa Yuukreen deeggaruuf barfataniiru – Viloodoomiir Zeenaliskii
Finfinnee, Bitootessa 16, 2014 (FBC) – Biyyoonni miseensa Gamtaa Awurooppaa Yuukreen deeggaruuf barfachuu isaanii Preezdaantiin Yuukreen Viloodoomiir Zeenaliskiin dubbatan.…
Biyyoonni Lixaa deeggarsa Yuukreeniif taasisan dabaluuf waliigalan
Finfinnee, Bitootessa 16, 2014 (FBC) – Biyyoonni Lixaa deeggarsa Yuukreeniif taasisan dabaluuf waliigaluu gabaafame.
Hoggantoonni biyyoota lixaa walga’ii Beeljiyeem Braasalsitti…
Waraanni Raashiyaa fi Yuukreen diinagdee fi siyaasa Afrikaarratti dhiibbaa kan uumu ta’uu ibsame
Finfinnee, Bitootessa 15, 2014 (FBC) – Waraanni Raashiyaa fi Yuukreen diinagdee fi siyaasa Afrikaarratti dhiibbaa kallattii kan uumu ta’uu Mooskootti Daayreektarri Giddu Gala…
Walga’iin hoggantoota NATO Braasalsitti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 15, 2014 (FBC) – Waraan Raashiyaa fi Yuukreen ilaalchisee ga’ee qaamolee deeggartootaa gamaaggamuurratti kan kaayyeffate walga’iin hoggantoota NATO Beeljiyeem magaalaa…
Naajeeriyaan warshaa xaa’oo Afrikaarraa guddaa ta’e hojii eegalchiiste
Finfinnee, Bitootessa 15, 2014 (FBC) – Naajeeriyaan warshaa xaa’oo Afrikaarraa guddaa ta’e hojii eegalchiisuu gabaafame.
Biyyattiin warshaa xaa’oo Afrikaarraa guddaa ta’ee Doolaara…
Saanduqiin odeeffannoo xiyyaaraa Booying 737 Chaayinaatti kufee argamu ibsame
Finfinnee, Bitootessa 14, 2014 (FBC) – Saanduqiin odeeffannoo xiyyaaraa Booying 737 Chaayinaatti kufee argamu ibsameera.
Qabeenya Daandii qilleensa bahaa Chaayinaa kan ta’e xiyyaarri…