Browsing Category
Idil Addunyaa
Humnoonni Siyaasaa Sudaan IGAD akka mariisiisu fedhii agarsiisuu ibsame
Finfinnee, Amajjii 29, 2014 (FBC) - Humnoonni Siyaasaa Sudaan Dhaabbanni Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaa akka mariisiisu fedhii agarsiisuu barreessaa olaanaan dhaabbatichaa Dooktar…
Ameerikaan deeggarsa garee shororkeessaa Sooriyaaf taasistu akka dhaabdu gaafatamte
Finfinnee, Amajjii 27, 2014 (FBC) – Ameerikaan deeggarsa garee shororkeessaa Sooriyaa Waaypiij/Piikeekee jedhamuuf taasistu akka dhaabdu ajajaan waraanaa Ameerikaa duraanii Been Hoojis…
Ministiroonni Alaa Chaayinaa fi Raashiyaa Beejiingitti mari’atan
Finfinnee, Amajjii 27, 2014 (FBC) –Ministirri Alaa Chaayinaa Waang Zhiin gita isaanii Raashiyaa Sargeey Laavroov waliin Beejiingitti dhimmoota waloo biyyoota lamaanirratti…
Gamtaan Afrikaa Burkiinaafaasoo miseensummaarraa haqe
Finfinnee, Amajjii 23, 2014 (FBC) – Fonqolcha mootummaa biyyattiitti gaggeeffame hordofee Gamtaan Afrikaa Burkiinaafaasoo miseensummaarraa haquu ibse.
Torbee tokko dura…
Kuweet balallii gara Iraaqitti taasiiftu adda kutuu beeksiifte
Finfinnee, Amajjii 22, 2014 (FBC) - Kuweet haleellaa Rookkkeettii Buufata Xiyyaaraa Baagdaadirratti raawwatame hordofee balallii gara Iraaqitti taasiiftu adda kutuu beeksiifteerti.
Haalli…
Maaliin Deenimaark loltoota ishee hatattamaan biyyattii keessaa akka baastu gaafatte
Finfinnee, Amajjii 17, 2014 (FBC) – Maaliin loltoota Deenimaark waliigalteen ala biyyattii keessa qubachiifaman hatattamaan akka baastu gaafatte.
Mootummaan Maalii loltoota Deenimaark…
Miseensonni Paarlaamaa mootummaa Somaaliyaa filannoon akka itti fufu murteessan
Finfinnee, Amajjii 14, 2014 (FBC) - Mootummaan Somaaliyaa filannoon miseensota Mana Maree bakka bu'oota ummataa harkifamaa ture akka itti fufu murteessuun sagantaa isaa ifoomse.
Adeemsi…
Gaaffiin Ameerikaan Kooriyaa Kaabaarra qoqqobbii kaa’uuf dhiyeessite Chaayinaa fi Raashiyaan kufaa…
Finfinnee, Amajjii 13 , 2014 (FBC) – Gaaffiin Ameerikaan Kooriyaa Kaabaarra qoqqobbii kaa’uuf Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniif dhiyeessite Chaayinaa fi Raashiyaan kufaa ta'e.
Kooriyaan…
Iraan, Raashiyaa fi Chaayinaan shaakalaa waloo humna galaanaarra eegaluufi
Finfinnee, Amajjii 12, 2014 (FBC)- Iraan, Raashiyaa fi Chaayinaan shaakalaa waloo humna galaanaa Hindirratti eegaluufi.
Kayyoon shaakalaa humna galaanaarra biyyoota kanneenii nageenya…
Dubbii Himaa mootummaa Somaaliyaa Mahaamad Ibraahiim Moo’aaliimuurratti yaaliin ajjeechaa…
Finfinnee, Amajjii 8, 2014 (FBC) - Dubbii Himaa mootummaa Somaaliyaa Mahaammad Ibraahiim Moo'aaliimuurratti yaaliin ajjeechaa magaalaa guddittii biyyaattii Moqaadishootti taasiifameera.…