Browsing Category
Idil Addunyaa
Putiin dhimma waldhabdee Raashiyaa fi Yuukreen ilaalchisee Muummee Ministiraa Isiraa’eel waliin…
Finfinnee, Bitootessa 6, 2014 (FBC) – Preezdaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Putiin dhimma waldhabdee Raashiyaa fi Yuukreen ilaalchisee Muummee Ministiraa Isiraa’eel Naaftaalii Beeneet waliin…
NATOn wal dhabdee Raashiyaa fi Yuukreen gidduu seene jechuun waraanni addunyaa 3ffaan eegale…
Finfinnee, Bitootessa 5, 2014 (FBC)- NATOn wal dhabdee Raashiyaa fi Yuukreen gidduu seene jechuun waraanni addunyaa 3ffaan eegale jechuudha jedhan Preezdaantiin Gamtaa Awurooppaa Chaarlas…
Ameerikaan walitti bu’iinsa Raashiyaa fi Yuukreen ilaalchisee odeeffannoo sobaa tamsaasaa jirti …
Finfinnee, Bitootessa 5, 2014 (FBC) – Chaayinaan, Ameerikaan walitti bu’iinsaa Raashiyaa fi Yuukreen ilaalchisee odeeffannoo sobaa tamsaasaa jirti jechuun himatte.
Beejingi himata kana…
Raashiyaa fi Yuukreen mariisaanii gama Viidiyoo Konfiransiin kan itti fufan ta’uu ibsame
Finfinnee, Bitootessa 5, 2014 (FBC)- Bakka buutonni Raashiyaa fi Yuukreen mariisaanii gama Viidiyoo Konfiransiin kan itti fufan ta’uu dubbii himaan Kireemliin Diimiitirii Peeskoov ibsan.…
Raashiyaan naannoo Waraanaa Yuukreen naannawaa Poolaanditti argamuu haaleeluu ibsame
Finfinnee, Bitootessa 4, 2014 (FBC) – Raashiyaan haleellaa qilleensaa taasiiftu babal'isuun naannoo Waraanaa Yuukreen naannawaa Poolaanditti argamuu haaleeluu aanga'oonni naannichaa…
Preezdaantiin Zaambiyaa duraanii Ruupiyaahi Baandaan boqotan
Finfinnee, Bitootessa 3, 2014 (FBC) – Preezdaantiin Zaambiyaa duraanii Ruupiyaahi Baandaan du'aan addunyaa kanarraa boqochuu ibsame.
Ruupiyaahiin bara Faranjootaa 2008 hanga 2011…
Mariiwwan Raashiyaa fi Yuukreen giddutti taasifameen jijjiirramni fooyya’aan…
Finfinnee, Bitootessa 3, 2014 (FBC)- Mariiwwan Raashiyaa fi Yuukreen gidduutti gaggeeffamee waliigaltee malee xumuramuus jijjiirramnii fooyya'aan muul’achuu Preezdaantiin Raashiyaa…
Humnoonni Rippaablikaanii Dooneeskii magaalaa Yuukreen Voolnoovaakaa to’atan
Finfinnee, Bitootessa 2, 2014 (FBC) – Humnoonni Rippaablikaanii Dooneeskii magaalaa Yuukreen Voolnoovaakaa to’achuu Ministeerri Raayyaa Ittisaa Biyyaa Raashiyaa beeksiise.…
Ministiroonni Alaa Raashiyaa fi Yuukreen Turkitti mari’ataa jiru
Finfinnee, Bitootessa 1, 2014 (FBC) – Ministiroonni dhimma Alaa Raashiyaa fi Yuukreen waliigaltee dhukaasa dhaabuu taasiisuuf Turkitti mari’ataa jiraachuu ibsameera.…
Nageenya waaraa mirkaneessuuf biyyoonni Awurooppaa Raashiyaa fi ummata biyyattii kabajuu qabu –…
Finfinnee, Gurraandhala 30, 2014 (FBC) – Raashiyaa fi Yuukreenitti nageenya waaraa mirkaneessuuf biyyoonni Awurooppaa Raashiyaa fi ummata biyyattii kabajuu akka qaban Preezdaantiin…