Browsing Category
Idil Addunyaa
Mariin nageenyaa 3ffaan Raashiyaa fi Yuukreen bu’aa qabatamaa fiduu hin dandeenye jedhame
Finfinnee, Gurraandhala 28, 2014 (FBC) – Mariin nageenyaa 3ffaan Raashiyaa fi Yuukreen bu’aa qabatamaa osoo fidin xumuramuu ibsameera.
Hogganaan jila Raashiyaa Viilaadimiir Meedinsikii…
Waraanni Raashiyaa Yuukreenitti yeroof dhukaasa dhaabe
Finfinnee,Gurraandhala 28, 2014 (FBC) – Waraanni Raashiyaa Yuukreenitti yeroof dhukaasa dhaabuu dhaga’ame.
Dhukaasa dhaabuun yeroo kun har’aa eegalee magaaloota Yuukreen…
Sababa waraana Raashiyaa fi Yuukreeniin gatiin boba’aa haalaan dabalaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 28, 2014 (FBC) – Sababa waraana Raashiyaa fi Yuukreen gidduutti adeemsifamaa jiruun gatiin boba’aa haalaan dabalaa jiraachuu ibsame.
Yeroo ammaa gatiin boba’aa hin…
Preezdaant Puutiin biyyisaanii Yuukreenii fi biyyoota alaa waliin mari’achuun qophii ta’uushee ibsan
Finfinnee, Gurraandhala 27, 2014 (FBC)-Preezdaantiin Raashiyaa Viildaamiir Puutiin biyyisaanii Yuukreenii fi biyyoota alaa waliin mari’achuun qophii ta’uushee ibsaniiru.
Preezdaant…
Loltoonni Raashiyaa Gabbisa Niiwukleerii guddicha Awurooppaa Keeyivitti argamu to’atan
Finfinnee,Gurraandhala 25, 2014 (FBC) – Loltoonni Raashiyaa halkan guutuu waraana erga gaggeessanii booda Gabbisa Niiwukleerii guddicha Awurooppaa Keeyivitti argamu to’achuu aanga’oonni…
Raashiyaa fi Yuukreen sarara daddabarsa namoomaa qopheessuuf waliigalan
Finfinnee, Gurraandhala 25, 2014 (FBC) – Raashiyaa fi Yuukreen walga’ii 2ffaa guyyaa kaleessaa Beelaaruusitti gaggeessaniin lammiileen naannawaa waraanaa keessaa akka ba’aniif sarara…
Mareen Nageenyaa 2ffaan Raashiyaa fi Yuukreen har’a kan gaggeeffamu ta’uu ibsame
Finfinnee,Gurraandhala 24, 2014 (FBC) – Mareen Nageenyaa Raashiyaa fi Yuukreen eegalan marsaa 2ffaan har’a kan gaggeeffamu ta’uu Ministirri Dhimma Alaa Raashiyaa Sargee Laavroov…
Raashiyaan Humna waraanaan Magaalaa Yuukreen Keersan to’atte
Finfinnee,Gurraandhala 24, 2014 (FBC) – Raashiyaan Duula addaa Yuukreenirratti gaggeessaa jirtu guyyaa 7ffaan magaalaa Keersan to’achuu beeksiifte.
Waraanni Raashiyaa…
Lammiileen Afrikaa sababa waraanaarraan kan ka’e Yuukreen irraa gara biyyoota birootti ce’uu yaalan…
Finfinnee, Gurraandhala 23, 2014 (FBC) – Lammiileen Afrikaa sababa waraanaarraan kan ka’e Yuukreen irraa gara biyyoota birootti ce’uu yaalan dhiibbaan sanyummaa isaanirra ga’uu ibsan.…
Chaayinaan bara 2022 kanatti fooyya’iinsa gibiraa olaanaa taasisuuf ta’uu gabaafame
Finfinnee, Gurraandhala 23, 2014 (FBC) – Chaayinaan bara 2022 kanatti fooyya’iinsa gibiraa olaanaa taasisuuf ta’uu gabaafame.
Biyyattiin bara 2022tti Doolaara biiliyoona 173.5 gibira…