Browsing Category
Idil Addunyaa
Mormiin lammiilee Sudaan itti fufuu ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 22, 2014 (FBC) – Mormiin Lammiileen Sudaan mootummaa waraanaa biyyattiirratti gaggeessan cimee itti fufuu ibsame.
Fonqolcha mootummaa bara darbe gaggeeffame…
Mariin nageenyaa Raashiyaa fi Yuukreen har’a Beelaarusitti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Gurraandhala 21, 2014 (FBC)- Mariin nageenyaa Raashiyaa fi Yuukreen har’a Beelaarusitti gaggeeffamaa jiraachuu ibsameera.
Mariin nageenyaa biyyoota lamaanii kun duula waraanaa…
Preezdaant Putiin Dhaabbileen Humna Ittisa Nukleerii of eeggannoon akka dhaabbatan ajajen
Finfinnee, Gurraandhala 20, 2014 (FBC) – Preezdaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Putiin Dhaabbileen Humna Ittisa Nukleerii of eeggannoon akka dhaabbatan ajajeniiru.
Putiin ajaja kana kan…
Duulli Raashiyaan Yuukreen Doonbaasitti gaggeessaa jirtu guyyaa 2ffaan itti fufe
Finfinnee,Gurraandhala 18, 2014 (FBC) – Duulli addaa Raashiyaan Yuukreen Doonbaasitti gaggeessaa jirtu guyyaa 2ffaan itti fufuu ibsameera.
Har’as dhoo’insi olaanaan magaalaa…
Raashiyaan dhaabbilee waraanaa Yuukreen 70 ol barbadeessuu ibsite
Finfinnee, Gurraandhala 17, 2014 (FBC) –Raashiyaan dhaabbilee waraanaa Yuukreen 70 ol barbadeessuu ifoomsite.
Mooskoon dhaabbilee ajaje humna qilleensaa 11 dabalatee dhaabbilee waraanaa…
Chaayinaan Raashiyaa fi Yuukreen gochawwan walitti bu’iinsa hammeessan irraa akka of qusatan…
Finfinnee, Gurraandhala 17, 2014 (FBC) – Chaayinaan Raashiyaa fi Yuukreen gochawwan walitti bu’iinsa hammeessan irraa of qusachuun dhiibbaa jiru akka tasgabbeessan yaadachiiste.…
Putiin Yuukreen bulchiinsa Doonbaasitti Duula waraanaa addaa eegaluu ifoomsaan
Finfinnee, Gurraandhala 17, 2014 (FBC) – Preezdaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Putiin Yuukreenirraa foxxoquun bulchiinsa mataa ishee kan ijaarte Doonbaasitti Duulli waraanaa addaa…
Faransaayii loltoota ishee gara Maaliitti bobbaastee baasufi
Finfinnee, Gurraandhala 10, 2014 (FBC)- Faransaayii farra shororkeessummaaf loltoota ishee gara Maaliitti bobbaastee akka baastuu beeksisteetti.
Murtichi Faransaayii fi tumsitoota isheen…
Hoggantoonni biyyoota Afrikaa Yaa’ii Gamtaa Afrikaa fi Awurooppaarratti hirmaachuuf Biraasiilsi gala…
Finfinnee, Gurraandhala 9, 2014 (FBC) – Hoggantoonni biyyoota Afriikaa Yaa’ii Gamtaa Afriikaa fi Awurooppaarratti hirmaachuuf Beeljiyeem,Biraasiilsi galaa jiraachuu ibsame.…
Muddama Yuukreen tasgabbeessuf Raashiyan marii dabalataaf qophii ta’uu beekksiifte
Finfinnee, Gurraandhala 8, 2014 (FBC) – Muddama yeroo ammaa Yuukreen keessa jiru tasgabbeessuuf Raashiyaan marii dabalataaf qophii ta’uu beekksiifteerti.
Shaakkalli waraanaa…