Browsing Category
Idil Addunyaa
Deeggarsi Gamtaa Afrikaa oolu Doolaarri miiliyoona 11.48 ragga’e
Finfinnee, Gurraandhala 7, 2014 (FBC) – Komishiniin Gamtaa Afrikaa Fandii Misoomaa Afrikaarraa Deeggarsa Doolaara miiliyoona 11.48 raggaasiseera.
Deeggarsi ragga’e Yaa’iin…
Preezdaantiin Afrikaa Kibbaa seera Viizaa lammiileen alaa biyyattii keessatti argaman akka…
Finfinnee, Gurraandhala 5, 2014 (FBC) - Preezdaantiin Afrikaa Kibbaa Siiriil Raamaafoosaan biyyattiitti seera Viizaa ga'umsarratti qofa hundaa'uun hojii akka argatan ajeju raggaasiisaniiru.…
Gamtaan Afrikaa fi Dhaabbanni Hojjettoota Addunyaa waliin hojjechuuf waliigaltee waliif…
Finfinnee, Gurraandhala 4, 2014 (FBC)- Gamtaan Afrikaa fi Dhaabbanni Hojjettoota Addunyaa dhimmoota garaagaraarratti waliin hojjechuuf waliigaltee waliif mallatteessan.
Waliigaltecha…
Faransaay Maalii dabalatee biyyoota Lixa Afrikaa qoqqooduuf yaalaa jirti- MM Maalii
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2014 (FBC) – Faransaay Maalii dabalatee biyyoota Lixa Afrikaa qoqqooduuf yaalaa jiraachuu Muummeen Ministiraa Maalii Chuuguu’eel Maayigaan ibsan.
Muummeen…
Preezdaantiin Rippaablika Giddu Gala Afrikaa Muummee Ministiraa biyyattii aangorraa kaasan
Finfinnee, Gurraandhala 1, 2014 (FBC) – Preezdaantiin Rippaablika Giddu Gala Afrikaa Muummee Ministiraa biyyattii Heenarii Maarii Doondiraan aangorraa kaasaniiru.…
Preezdaantiin Seeneegaal Maakii Saal Wiixatni har’a biyyasaaniitti ayyaana injifannoo akka ta’u…
Finfinnee, Amajjii 30, 2014 (FBC)- Preezdaantiin Seeneegaal Maakii Saal Wiixatni har’a biyyasaaniitti ayyaana injifannoo akka ta’u murteessaniiru.
Preezdaantiichi gareen biyyoolessaa…
Humnoonni Siyaasaa Sudaan IGAD akka mariisiisu fedhii agarsiisuu ibsame
Finfinnee, Amajjii 29, 2014 (FBC) - Humnoonni Siyaasaa Sudaan Dhaabbanni Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaa akka mariisiisu fedhii agarsiisuu barreessaa olaanaan dhaabbatichaa Dooktar…
Ameerikaan deeggarsa garee shororkeessaa Sooriyaaf taasistu akka dhaabdu gaafatamte
Finfinnee, Amajjii 27, 2014 (FBC) – Ameerikaan deeggarsa garee shororkeessaa Sooriyaa Waaypiij/Piikeekee jedhamuuf taasistu akka dhaabdu ajajaan waraanaa Ameerikaa duraanii Been Hoojis…
Ministiroonni Alaa Chaayinaa fi Raashiyaa Beejiingitti mari’atan
Finfinnee, Amajjii 27, 2014 (FBC) –Ministirri Alaa Chaayinaa Waang Zhiin gita isaanii Raashiyaa Sargeey Laavroov waliin Beejiingitti dhimmoota waloo biyyoota lamaanirratti…
Gamtaan Afrikaa Burkiinaafaasoo miseensummaarraa haqe
Finfinnee, Amajjii 23, 2014 (FBC) – Fonqolcha mootummaa biyyattiitti gaggeeffame hordofee Gamtaan Afrikaa Burkiinaafaasoo miseensummaarraa haquu ibse.
Torbee tokko dura…