Browsing Category
Idil Addunyaa
Kuweet balallii gara Iraaqitti taasiiftu adda kutuu beeksiifte
Finfinnee, Amajjii 22, 2014 (FBC) - Kuweet haleellaa Rookkkeettii Buufata Xiyyaaraa Baagdaadirratti raawwatame hordofee balallii gara Iraaqitti taasiiftu adda kutuu beeksiifteerti.
Haalli…
Maaliin Deenimaark loltoota ishee hatattamaan biyyattii keessaa akka baastu gaafatte
Finfinnee, Amajjii 17, 2014 (FBC) – Maaliin loltoota Deenimaark waliigalteen ala biyyattii keessa qubachiifaman hatattamaan akka baastu gaafatte.
Mootummaan Maalii loltoota Deenimaark…
Miseensonni Paarlaamaa mootummaa Somaaliyaa filannoon akka itti fufu murteessan
Finfinnee, Amajjii 14, 2014 (FBC) - Mootummaan Somaaliyaa filannoon miseensota Mana Maree bakka bu'oota ummataa harkifamaa ture akka itti fufu murteessuun sagantaa isaa ifoomse.
Adeemsi…
Gaaffiin Ameerikaan Kooriyaa Kaabaarra qoqqobbii kaa’uuf dhiyeessite Chaayinaa fi Raashiyaan kufaa…
Finfinnee, Amajjii 13 , 2014 (FBC) – Gaaffiin Ameerikaan Kooriyaa Kaabaarra qoqqobbii kaa’uuf Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniif dhiyeessite Chaayinaa fi Raashiyaan kufaa ta'e.
Kooriyaan…
Iraan, Raashiyaa fi Chaayinaan shaakalaa waloo humna galaanaarra eegaluufi
Finfinnee, Amajjii 12, 2014 (FBC)- Iraan, Raashiyaa fi Chaayinaan shaakalaa waloo humna galaanaa Hindirratti eegaluufi.
Kayyoon shaakalaa humna galaanaarra biyyoota kanneenii nageenya…
Dubbii Himaa mootummaa Somaaliyaa Mahaamad Ibraahiim Moo’aaliimuurratti yaaliin ajjeechaa…
Finfinnee, Amajjii 8, 2014 (FBC) - Dubbii Himaa mootummaa Somaaliyaa Mahaammad Ibraahiim Moo'aaliimuurratti yaaliin ajjeechaa magaalaa guddittii biyyaattii Moqaadishootti taasiifameera.…
Uummanni Sudaan giddu seentummaa Gamtaa Awurooppaa hin barbaannu jedhan
Finfinnee, Amajjii 6, 2014 (FBC) – Sudaanitti rakkoo siyaasaa yeroodhaa gara yerootti hammaachaa dhufe ilaalchisee furmaata nan kenna jechuun yaadni dhiyeesse mormiin mudate.
Gamtichi…
Chaayinaan miidiyaalee olompiikii Beejiing gabaasuu dhufan gammachuun kan simattu ta’uu beeksifte
Finfinnee, Amajjii 5, 2014 (FBC) – Chaayinaan miidiyaalee biyyoota garaagaraarraa olompiikii Beejiing gabaasuu dhufan gammachuun kan simattu ta’uu Dubbii Himaan Ministeera Dhimma Alaa…
Chaayinaan biyyoonni Gaanfa Afrikaa hanqinaalee damee nageenyaa, misoomaa fi bilchiinsa qabaan…
Finfinnee, Amajjii 3, 2014 (FBC) – Chaayinaan biyyoonni Gaanfa Afrikaa hanqinaalee damee nageenyaa, misoomaa fi bilchiinsa qabaan akka furamaniif tumsuuf qophii ta’uu ibseettitti.…
Michummaa fi tumsi Chaayinaa – Afrikaa fedhii biyyootarratti kan hundaa’eedha – Waang Zhii
Finfinnee, Amajjii 3, (FBC) – Michummaa fi tumsi Chaayinaa – Afrikaa fedhii fi faayidaa biyyaalessaa biyyootarratti kan hundaa’e ta’uu Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Chaayinaa…