Browsing Category
Idil Addunyaa
Qorattoonni hawaa Chaayinaa sadii ergamasaanii baatii sadii xumuruun deebi’an
Finfinnee, Fulbaana 7, 2014 (FBC)- Qorattoonni hawaa Chaayinaa sadii ergamaasaanii baatii sadii xumuruun deebi’aniiru.
Lammiileen gara hawaatti ergaman Nii Haaysheent, Liiyoo Boomiingii…
Kooriyaan Kaabaa fi Kibbaa yaalii Misaa’eela Pilaastikaa taasiisan
Finfinnee, Fulbaana 5, 2014 (FBC) - Kooriyaan Kaabaa fi Kibbaa guyyaa har'aa yaalii Misaa'eela Pilaastikaa taasiisuun dhaga'ameera.
Kooriyaan Kaabaa Wiixata darbe Yaalii Misaa'eela…
Sudaanitti balaa lolaa muudateen lubbuun namoota 80 darbuu himame
Finfinnee, Fulbaana 4, 2014 (FBC) – Sudaanitti balaa lolaa muudateen lubbuun namoota 80 yoo darbu, manneen hedduun barbadaa’uu fi miidhamuu ibsameera.
Balaa lolaa kanaan…
Kooriyaan kaabaa yaalii furguggisaa Misaa’eelaa haara fageenya dheeraa taasifte
Finfinnee, Fulbaana 3, 2014 (FBC)- Kooriyaan kaabaa yaalii furguggisaa Misaa’eelaa haara fageenyaa dheeraa taasisuun ishee dhaga’aameera.
Misaa’eeloonni yaaliif taasifamaan kiiloo meetira…
Preezdaantiin Chaayinaa Shii Jiinpiing gita isaanii Ameerikaa Joo Baayidan waliin mari’atan
Finfinnee, Qaammee 5, 2013 (FBC) – Preezdaantiin Chaayinaa Shii Jiinpiing baatii 7 booda gita isaanii Preezdaantii Ameerikaa Joo Baayidan waliin bilbilaan marai’ataniiru.
Qaamoleen…
Indoonezhiyaatti balaan abiddaa mana hidhaa keessatti muudate lubbuu namoota 41 galaafachuu ibsame
Finfinnee, Qaammee 3, 2013 (FBC) – Indoonezhiyaatti balaa abiddaa mana hidhaa keessatti muudateen yoo xiqqate lubbuun namoota 41 darbuu ibsameera.
Balaan abiddaa kun ganama…
Itti aanaan barreessaa dhimmoota mirga namoomaa DhMG hoggantoota Taalibaan waliin mari’atan
Finfinnee, Qaammee 1, 2013 (FBC)- Itti aanaan barreessaa dhimmoota mirga namoomaa Dhaabbataa Mootummoota Gamtoomanii fi qindeessaa deeggarsa labsii yeroo aarifachiisaa Maartiin Giraaftiis…
Ameerikaatti balaa obomboleettiin muudateen lubbuun namoota 45 darbe
Finfinnee, Hagayya 28, 2013 (FBC)- Ameerikaa bulchiisoota kaabaa fi laxaa Afuur keessatti balaa obomboleettiin muudateen lubbuun namooat 45 darbeera.
Preezdaantiin biyyatti Joo Baayidaan…
Kooriyaan Kibbaa Misaa’eela Niwuukilarraa caalmaan dandeetti qabu oomishaa jirti jedhame
Finfinnee, Hagayya 28, 2013 (FBC)- Kooriyaan Kibbaa Misaa’eela Niwuukilarraa caalmaan dandeetti qabu oomishaa jiraachuun ishee dhaga’ameera.
Misaa’elli haaraan meeshaalee waraanaa…
Gamtichi imalli Ameerikaa gara Awurooppaa taasiifamu akka dhorkamu yaada dhiyeesse
Finfinnee, Hagayya 25, 2013 (FBC) – Manni Maree Gamtaa Awurooppaa imalli Ameerikaa gara biyyoota miseensa Gamtaa Awurooppaatti taasiifamu akka dhorkamu yaada murtoo dhiyeesseera.…