Browsing Category
Idil Addunyaa
Ameerikaan garee IS Sooriyaatti argamurratti haleellaa cimaa raawwatte
Finfinnee, Mudde 11, 2018 (FMC)- Waraanni Ameerikaa garee shoroorkeessaa IS sooriyaatti argamu irratti haleellaa cimaa raawwatte.
Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaaldi Tiraampi, haleellaan…
Yuukreen Ameerikaa waliin marii nageenyaa haaraa taasisuufi
Finfinnee, Mudde 7, 2018 (FMC) - Yuukreenii fi Ameerikaan xumura torbee kanaa marii nageenyaa haaraa taasisuufi jedhame.
Mariin haaraan kun Ameerikaatti kan mari’atamu ta’uu Keev poosti…
Ameerikaa fi Jaappaan shaakala waraanaa waloo gaggeessan
Finfinnee, Mudde 2, 2018 (FMC) - Xiyyaaronni Ameerikaa humna niwukilaraa qaban boombii darbatoonni, Jeettii waraanaa Jaappaan waliin shaakala balallii taasisaniiru.
Chaayinaa fi…
Pireezidaanti Tiraampi badhaasa nageenyaa FIFA injifatan
Finfinnee, Sadaasa 26, 2018 (FMC) –Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraampi badhaasa nageenyaa Waldaa Kubbaa Miilaa Addunyaa injifataniiru.
Sagantaa carraa baasuu Waancaa Addunyaa 2026…
Viilaadmiir Puutiin waggoota afur booda Hindi daawwachuuf garas imalan
Finfinnee, Sadaasa 25, 2018(FMC)- Pirezidaantiin Raashiyaa Viilaadmiir Puutiin waggoota afur booda Hindi daawwachuuf gara Niwu Deelhiitti imalaniiru.
Viilaadmiir Puutiin turtiisaaniin…
IGAD fi UN nageenya naannawa irratti waloon hojjachuuf mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 24, 2018 (FMC) – Dhaabbatni Misoomaa mootummoota Baha Afrikaafi Mootummoonni Gamtoomanii Nageenya Naannawa Gaanfa Afriikaa mirkaneessuuf haala waliin hojjachuu danda'an…
Balaa ibiddaa Hoong Koongitti mudateen lakkoofsi namoota du’anii 128 gahe
Finfinnee, Sadaasa 19, 2018 (FMC)- Balaa ibiddaa Hoong Koongitti mudateen lakkoofsi namoota du’anii 128 gahuun gabaafameera.
Balaa ibiddaa roobii darbe manneen waliin jireenyaa irratti…
Balaa Ibiddaa Chaayinaatti lubbuu namoota 44 galaafachuun namoota 62 irra miidhaa qaamaa qaqqabsiise
Finfinnee, Sadaasa 18, 2018 (FMC) – Balaan Ibiddaa Chaayinaa Appaartaamaa guddaa tokkorratti mudate lubbuu namoota 44 galaafachuun namoota 62 irra miidhaa qaamaa qaqqabsiisuu gabaafame.…
Balaa Lolaa Kibba Taayilaanditti qormaata guddaa ta’e…
Finfinnee, Sadaasa 17, 2018 (FMC) – Kibba Taayilaanditti balaan Lolaa waggoota 300 keessatti mudatee hin beekne mudate.
Rooba cimaa roobu hordofee lolaan hamaan Taayilaandi fi…
Ugaandaan karaa Keeniyaan ulaa galaanaa ni argatti – Pireezidaanti Wiiliyaam Ruutoo
Finfinnee, Sadaasa 16, 2018 (FMC) – Pireezidaantiin Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoon Keeniyaa fi Ugaandaan gidduutti karra Galaanaa Garba Hindiirratti waldhabdeen dippiloomaasii mudachuu danda’a…