Browsing Category
Idil Addunyaa
Preezdaantiin Taanzaaniyaa bifa haaraan kaabinee gurmeessen
Finfinnee, Bitootessa 23, 2013 (FBC) – Boqachuu Preezdaantii duraanii Joon Maagufuuliin hordofee Preezdaantii Taanzaaniyaa ta’uun kan filataman Saamiyaa Suuhuuluun bifa haaraan…
Naannoo mana jireenyaa preezdaantii Nijeeritti dhukaasni dhaga’ame
Finfinnee, Bitootessa 22, 2013 (FBC)- Naannoo mana jireenyaa preezdaantii Nijeeritti waljijjiirraan dhukaasa dhaga’amuu miidiyaaleen idil addunyaa gabaasaniiru.
Magaalaa gudditti…
Afrikaan Kibbaa guyyaan namoota kuma dhibba 2f talaalli Covid -19 laachuuf karoorfatte
Finfinnee, Bitootessa 20, 2013 (FBC) – Afrikaan Kibbaa Baatii Caamsaa 2021 eegaltee guyyaan namoota kuma dhibba 2f talaalli Covid -19 laachuuf karoorfachuu ibsameera.
Afrikaan…
Dooniin Bo’oo Suweez keessa torbee tokkoof danqamtee sochii eegalte
Finfinnee, Bitootessa 20, 2013 (FBC)- Masriitti dooniin Bo'oo Suweez keessa torbee tokkoof danqamtee turte sochii eegaluun ishee ibsame.
Dooniittin dheerina meetira 400 qabdu kun…
Gibtsitti balaa Baaburaa qaqqabeen lubbuun namoota 32 darbe
Finfinnee, Bitootessa 18, 2013 (FBC) – Gibtsitti balaa Baaburaa qaqqabeen lubbuun namoota 32 darbuu ibsame.
Preezdaantiin biyyattii Abdulfattaahi Al Siisiin balicha waliin walqabatee…
Sirni awwaalchaa Preezdaantiin Taanzaaniyaa duraanii Joon Maaguufuuliin raawwate
Finfinnee, Bitootessa 17, 2013 (FBC)- Sirni awwaalchaa Preezdaantiin Taanzaaniyaa duraanii Joon Maaguufuuliin raawwateera.
Sirni awwaalchaa isaanii bakka dhalootaa isaanii Taanzaaniyaa…
FAOn Afrikaa Bahaatti hoomaan Awwaannisaa hir’isuu beeksise
Finfinnee, Bitootessa 17, 2013 (FBC)- Dhaabbanni Nyaata fi Qonna Addunya (FAO) Afrikaa Bahaatti hoomaan Awwaannisaa hir’isuu beeksiseera.
Dhaabbatichi ibsa baaseen Ityoophiyaa fi Keeniyaa…
Kooriyaan Kaabaa murtoo Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii fudhachuu dhabuun yaalii misaa’eela…
Finfinnee, Bitootessa 16, 2013 (FBC) – Kooriyaan Kaabaa murtoo Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii fudhachuu dhabuun yaalii misaa’eela taasifteetti.
Yaaliin misaa’elichaa gara naannoo…
Kaadhimamaan filannoo Preezdaantummaa Koongoo dhibee Covid -19 du’an
Finfinnee, Bitootessa 13, 2013 (FBC) - Kaadhimamaan filannoo Preezdaantummaa Koongoo Gaay Briis Koolalaas filannoon gaggeeffamee guyyaa tokko booda sababa dhibee Covid -19 du’aan…
Saamiyaa Suuluuhuun har’a Preezdaantii Taanzaaniyaa ta’uun kakuu ni raawwatu
Finfinnee, Bitootessa 10, 2013 (FBC) - Itti aantuu Preezdaantii Taanzaaniyaa kan turan Saamiyaa Suuluuhuun har’a Preezdaantii Taanzaaniyaa ta’uun kakuu ni raawwatu jedhame.…