Browsing Category
Idil Addunyaa
Iraaqitti hospitaala covid-19 keessatti balaa ibiddaa qaqqabeen lubbuun namoota 82 darbe
Finfinnee, Eebila 17, 2013 (FBC)-Iraaq magaalaa Guddoo Baagidaaditti hospitaala covid-19 keessatti balaa ibidda qaqqabeen lubbuun namoota 82 darbeera.
Balaan ibiddaa kun 'oxygen tank'…
Gamtaan Afrikaa Preezdaantiin Soomaaliyaa yeroo aangoo dheeerreffachuusaa morme
Finfinnee, Eebila 16, 2013 (FBC) -Gamtaan Afrikaa preezdaantiin Somaaliyaa Mohaammad Abdulaahi Foormaajoon yeroo aangosaanii dheereeffachuu mormeera.
Gamtichi ergamaa addaa gara…
Sirni awwaalchaa preezdaantii Chaad duraanii Idiriis Deebey raawwate
Finfinnee, Eebila 15, 2013 (FBC)- Sirni awwaalchaa preezdaantii Chaad duraanii Idiriis Deebey raawwateera.
Lola finciltootaan gaggeeffameen balaa irra qaqqabeen lubbuun isaanii kan…
Gamtaan Awrooppaa biyyoota Afrikaa bahaatif deeggarsa Yuuroo miiliyoona dhibba 1 ol taasise
Finfinnee, Eebila 15, 2013 (FBC)- Gamtaan Awrooppaa biyyoota Afrikaa bahaatiif bara Faranjootaa 2021 rakkoo namoomaa muudateef kan ooluu deeggarsa Yuuroo miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 49…
Homboboleessi kana dura hinbaramne gara Taanzaaniyaatti dhiyaachaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Eebila 15, 2013 (FBC) – Homboboleessi kana dura hinbaramne gara Taanzaaniyaatti dhiyaachaa jiraachuu ibsameera.
Kibba Garba Hindiitii Homboboleessi cimaan Jooboo…
Gamtaan Afrikaa rakkoo nageenyaa Soomaaliyaa fi Chaadirratti mari’achuufi
Finfinnee, Eebila 14, 2013 (FBC) – Gamtaa Afrikaatti Manni Maree Nageenyaa fi Tasgabbii rakkoo nageenyaa Soomaaliyaa fi Chaad muudaterratti mari’achuuf ta’uu ibsameera.
Manni…
Hinditti guyyaa tokkotti namoonni kumni dhibbi 3 fi kumni 14 ol vaayrasii koroonaan qabaman
Finfinnee, Eebila 14, 2013 (FBC) - Hinditti guyyaa tokkotti namoonni kumni dhibbi 3 fi kumni 14 fi 835 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame.
Kunis erga weerarri vaayrasii…
Ilmi Preezdaant Deebey aangoo Mana Maree Waraanaa biyyattii fudhatan
Finfinnee, Eebila 12, 2013 (FBC) – Ilmi Preezdaant Deebey general Mahaammad Idiriis Deebey bakka abbaa isaanii bu’uun waraanaa biyyattii akka hogganaan muudamaniiru.
Ilmi Idiris…
Preezdaantiin Chaad Idiriis Deebey du’an
Finfinnee, Eebila 12, 2013 (FBC) – Preezdaantiin Chaad Idiriis Deebey haleellaa irra ga’een lubbuun isaanii darbuu ibsameera.
Preezdaant Idiriis Deebey yeroo 6ffaaf biyyattii…
Preezdaantiin Chaad Idiriis Deebiin filannoo injifatan
Finfinnee, Eebila 12, 2013 (FBC) – Preezdaantii Chaad ta’uun yeroo dheeraaf aangoorra kan turan Preezdaant Idiriis Deebiin filannoo Preezdaantummaa moo’ataniiru.
Preezdaant Idiriis…