Browsing Category
Idil Addunyaa
Ikkuwaatooriyaal Giiniitti dhohiinsa uumameen lubbuun namoota 15 darbe
Finfinnee, Gurraandhala 29, 2013 (FBC)- Ikkuwaatooriyaal Giiniitti dhohiinsa uumameen lubbuun namoota 15 darbeera.
Balaa dhohiinsa guddaa Ikkuwaatooriyaal Giinii magaalaa Baataa…
Biyyoonni Afriikaa talaallii covid-19 laachu eegalan
Finfinnee, Gurraandhala 26, 2013 (FBC) – Biyyoonni Afriikaa talaallii covid-19 laachu eegalaniiru.
Gibtsii fi Gaanaan talaallii covid-19 laachuu yoo eegalan, Naayjeeriyaa dabalatee…
Sudaan Kibbaa tajaajila balallii biyya keessaa dhorkite
Finfinnee, Gurraandhala 25, 2013 (FBC) – Sudaan Kibbaa balaa tibbana Xiyyaara xiqqaa tokkorra ga’e hordofee tajaajila balallii biyya keessaa dhorkuu ibsame.
Preezdaantiin…
Xiyyaarri Sudaan Kibbaa kufee caccabuun yoo xiqqaate lubbuu namoota 10 galaafate
Finfinnee, Gurraandhala 24, 2013 (FBC) - Xiyyaarri Sudaan Kibbaa bulchiinsa Jongiliitti kufee caccabuun yoo xiqqaate lubbuu namoota 10 galaafachuu ibsame.
Xiyyaarri xiqqaan namoota…
Sudaanii fi Gibts waliigaltee tumsa loltummaa mallatteessan
Finfinnee, Gurraandhala 24, 2013 (FBC) - Sudaanii fi Gibts guyyaa kaleessaa waliigaltee tumsa loltummaa mallatteessuu himame.
Itaamaajooriin waliigalaa Raayyaa Ittisaa Sudaan…
Raayyaan Ittisa Biyyaa Ityoophiyaa hidhattoota Alshabaab 9 ajjeese
Finfinnee, Gurraandhala 22, 2013 (FBC)- Somaaliyaatti Humni Nageenyaa kabachiisuu Gamtaa Afrikaa jalatti kan argamuu Raayyaa Ittisa Biyyaa Ityoophiyaa garee Alshabaab irratti…
Giiniin duula talaallii iboolaa eegalte
Finfinnee, Gurraandhala 17, 2013 (FBC)- Giiniitti duulli talaallii iboolaa eegaleera.
Vaayrasiin iboolaa baatii kana keessaa biyyattitti irraa deebiin kan muul’dhatee yoo…
Ameerikaatti COVID-19 lubbuu namoota kuma 500 olii darbe
Finfinnee, Gurraandhala 16, 2013 (FBC)-Ameerikaatti erga vaayrasii koroonaa muul'dhate lubbuun namoota kuma 500 olii darbuun hordofee Preezdaantiin biyyatti Joo Baayidaan gadda itti…
Xiyyaaronni Booying 777 balaliirraa dhorkaman
Finfinnee, Gurraandhala 15, 2013 (FBC)- Ameerikaatti Daandiin Qilleensaa Yunaaytid xiyaarota Booying 777 lakkoofsaan 24 ta'an balali'uurraa dhorkuu beeksise.
Daandiin Qilleensichaa…
Yaa’iin Saayinsawaa Idil Addunyaa IGAD 2ffaa Finfinneetti gaggeeffama jira
Finfinnee, Gurraandhala 15, 2013 (FBC) –Yaa’iin Saayinsawaa Idil Addunyaa Mootummoota Misooma Baha Afrikaa /IGAD/ 2ffaa Finfinneetti gaggeeffama jira.
Mata duree ‘sochii namootaa…