Browsing Category
Idil Addunyaa
IGAD Moqaadishootti tasgabbiin dhabamuunsaa akka isaa yaaddesse ibse
Finfinnee, Gurraandhala 13, 2013 (FBC)- Mootummoonni Misooma Baha Afrikaa IGAD Moqaadishootti tasgabbiin dhabamuunsaa akka isaa yaaddesse ibseera.
IGAD Somaaliyaatti tasgabbii…
Konkolaataan NASA ‘Perseverance’ Maarsiirra qubatte
Finfinnee, Gurraandhala 12, 2013 (FBC) – Ejansiin hawaa Ameerikaa konkolaataa (rover) maqaa Perseverance jedhamu kennameef, milkaa'inaan Maarsiirra qubachiise.
Konkolaataan kun…
Biyyoonni Lixaa talaallii vaayrasii koroonaa kuusaan keessaa % 4-5 biyyoota guddataa jiraniif akka…
Finfinnee, Gurraandhala 12, 2013 (FBC) - Preezdaantiin Faransaayi Imaanu’eel Maakroon biyyoonni Lixaa talaallii vaayrasii koroonaa kuusaan keessaa % 4-5 biyyoota guddataa jiraniif akka…
Antooniyoo Guutarees hojiirra oolmaan talaallii koroonaa qeeqan
Finfinnee, Gurraandhala 11, 2013 (FBC) – Barreessaa olaanaan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaanii Antooniyoo Guutarees biyyoonni 10 talaallii Koroonaa 75 fayyadamuu ibsaniiru.
Adeemsi…
Koongootti doonii dhidhimtee lubbuu namoota 60 galafatte
Finfinnee, Gurraandhala 9, 2013 (FBC)-Demokraatik Rippaabiliik Koongootti doonii dhidhimtee lubbuu namoota 60 yoo galafattu, namoonni 100 ammoo achi buuteen isaanii dhabameera.…
Ruwaandaan talaallii vaayrasii koroonaa laachuu eegalte
Finfinnee, Gurraandhala 8, 2013 (FBC) – Ruwaandaan kutaa hawaasa caalmaatti saaxilamoo ta’aniif talaallii vaayrasii koroonaa laachuu eegalteerti.
Hojjettoota dabalatee kutaa Hawaasa…
Giiniin weerarri vaayrasii iboolaa muuldhachu ifoomsite
Finfinnee, Gurraandhala 8, 2013 (FBC)- Vaayrasii iboolaatiin lubbuun namoota 3 darburratti hunda’ee vaayrasichi bifa weeraraatin muuldhachuu Giiniin ifoomsiteetti.
Biyyattitti weerara…
Tiraamp ammas Seeneetiin himatamuu jalaa oolan
Finfinnee, Gurraandhala 7, 2013 (FBC)- Seeneetiin Ameerikaa Doonalad Tiraampiin hokkora kakaasan jedhee himachuuf sagalee 2/3 argachuun kan irraa eegamu ta'us sagalee deeggarsaa kana…
Chaayinaan tamsaasa ‘BBC Worlid News’ dhorkite’
Finfinnee, Gurraandhala 5, 2013 (FBC) – Chaayinaan miidiyaan ‘BBC World News’ biyyattiitti akka hin tamsaasne dhorkuu beeksiifte.
BBCn murtoo kanaan muufachuu ibseera.
Oduun…
Demokraatik Rippaabiliik Koongoon talaallii iboolaa laachuufi
Finfinnee, Gurraandhala 5, 2013 (FBC)- Demokraatik Rippaabiliik Koongoon talaallii iboolaa lammiilee isheetif laachuufi jedhameera.
Lixaa biyyatti bulchiinsa Kiivuu keessaatti…