Browsing Category
Idil Addunyaa
Addunyaarratti lakkoofsi namoota COVID-19 qabamanii miiliyona dhibba 1 darbe
Finfinnee, Gurraandhala 5, 2013 (FBC)-Addunyaarratti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaatin qabamanii Miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 8 fi kuma dhibba 3 fi kuma 15 darbeera.…
Ameerikaan hoggantoota fonqolcha Miyaanmaar irra qoqqobbii keesse
Finfinnee, Gurraandhala 4, 2013 (FBC) – Preezdaantiin Ameerikaa Joo Baayidan aanga'oota fonqolcha Miyaanmaar gaggeesaniirratti ajaja qoqqobbii kaa'uu dandeessiisu dabarsan.…
Seeneetiin Ameerikaa qorannoon pirezidaantii duraanii Tiraampiin aangoo irraa fonqolchuu seera…
Finfinnee, Gurraandhala 3, 2013 (FBC) – Seeneetiin Ameerikaa qorannoon pirezidaantii duraanii Tiraampiin aangoo irraa fonqolchuu seera qabeessaa jechuun akka jalqabuuf eeyyama guutuu…
Muummee Ministiraa Sudaan kaabiinee haaraa ministiroota 25 hammatu hundeessan
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2013 (FBC) – Ministirri Mummee Hamdook murtee isaanii kanas haasaa TV biyyaaleessaa irratti kallattiin tamsa'een mirkaneessan.
Itti dabaluunis, ''Kaayyoon…
Kooriyaan kaabaa bara Faranjootaa xumurameetti sagantaaa Niwukilaraashee itti fufteetti jedhame
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2013 (FBC)- Kooriyaan kaabaa bara Faranjootaa xumurameetti sagantaaa Niwukilaraashee cimsitee akka itti fuftee Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii…
Demokraatiik Rippaabliik Koongootti namni vaayrasii iboolaatin qabame argame
Finfinnee, Gurraandhala 1, 2013 (FBC)- Demokraatiik Rippaabliik Koongootti namni vaayrasii iboolaatiin qabame argamu himamee.
Bahaa biyyattitti namni vaayrasii iboolaatiin qabamee…
Feeleeksi Shiiseekeediin Raamaafoosaarraa dura taa’ummaa Gamtaa Afrikaa fudhatan
Finfinnee, Amajjii 29, 2013 (FBC) - Preezdaantiin Rippaablika Diimookraataawaa Koongoo Feeleeksi Shiiseekeediin aangoo dura taa'ummaa Gamtaa Afrikaa Preezdaantii Afrikaa Kibbaa Siiriil…
Joo Baayiden hariiroo Ameerikaan biyyoota Afrikaa waliin qabdu deebisanii ijaaruuf waadaa galan
Finfinnee, Amajjii 28, 2013 (FBC) - Preezdaantiin Ameerikaa Joo Baayiden dubbii jalqabaa imaammata alaa irratti erga aangootti dhufanii taasisaniin hariiroo biyyi isaanii Gamtaa Afrikaa…
Baayidaan Yamanitti lola gaggeeffamaa jiruuf deeggarsa isaanii adda kuta
Finfinnee, Amajjii 28, 2013 (FBC)- Preezdaantiin Ameerikaa Joo Baayidaan Yamanitti lola gaggeeffamaa jiruuf deeggarsa isaanii addaan kutu beeksisaan.
Yamanitti lola…
Antooniyoo Guuteerees hawaasni addunyaa fonqolcha mootummaa Maaynaanmaar fudhatama akka dhabsiisu…
Finfinnee, Amajjii 27, 2013 (FBC) – Barreessaa olaanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guuteerees hawaasni addunyaa fonqolcha mootummaa Maaynaanmaar fudhatama akka…