Browsing Category
Idil Addunyaa
Wayita Ministirri Raayyaa Ittisaa Ameerikaa daawwannaa taasisaa jirtu Kooriyaan Kaabaa Rokkeettii…
Finfinnee, Onkoloolessa 25, 2018 (FMC) – Wayita Ministiroonni Raayyaa Ittisaa Ameerikaa fi Kooriyaa Kibbaa naannawaa daangaa Kooriyaa lamaanitti daawwannaa taasisaa jiranitti Kooriyaan…
Ameerikaafi Hindi damee ittisaan waliin hojjechuuf waliigalan
Finfinnee, Onkoloolessa 21, 2018 (FMC) – Ameerikaafi Hindi damee ittisaan waliin hojjechuuf waliigalaniiru.
Waliigalteen kun waggoottan kurnan dhufaniif tumsa damee ittisaa biyyyoota…
Marii Doonaaldi Tiraaampi fi Shii Jiinpiingi bu’aa ajaa’ibsiisaan xumurame
Finfinnee, Onkoloolessa 20, 2018 (FMC) – Pirezidaantiin Ameerikaa Doonaaldi Tiraampi fi Pirezidaantiin Chaayinaa Shii Jiinpiingi Kooriyaa Kibbaatti dhimmoota garaagaraarratti mari’ataniiru.…
Ameerikaan haleellaa bidiruu qoricha sammuu adoochu feete irratti raawwatteen namoota 14 ajjeefte
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2018 (FMC) – Ameerikaan haleellaa bidiruuwwan qoricha sammuu adoochu fe’anii imalaa turanirratti raawwatteen namoonni 14 ajjeefaman jedhe Ministeerri Raayyaa…
Xiyyaaronni Humna Galaanaa Ameerikaa lama Kibba Galaana Chaayinaatti kufuun caccaban
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2018 (FMC) – Xiyyaaronni Humna Galaanaa Ameerikaa lama garaagarummaa daqiiqaa 30 keessatti Kibba Galaana Chaayinaatti kufuun caccabuun gabaafame.
Xiyyaaroonni…
Ugaandaatti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 63 darbe
Finfinnee, Onkololeessa 12, 2018 (FMC) – Ugaandaa Magaalaa Kaampaalaatti balaa Tiraafikaa daandii saffisaarratti mudateen lubbuun namoota 63 darbe.
Balichi daandii saffisaa guddciha…
Balaan abiddaa buufata xiyyaaraa Baangilaadishitti mudate qabeenya Doolaara biiliyoona 1 barbadeesse
Finfinnee, Onkoloolessa 10, 2018 (FMC)- Balaan abiddaa buufata xiyyaaraa Baangilaadishitti mudate qabeenya Doolaara biiliyoona 1’tti tilmaamamu barbadeesse.
Balaan abiddaa giddugala…
Sirni awwaalchaa Ministira Muummee duraanii Keeniyaa Raayilaa Odiingaa raawwate
Finfinnee, Onkololeessa 7, 2018(FMC) – Sirni awwaalchaa Ministira Muummee duraanii fi gameessa siyaasaa Keeniyaa Raayilaa Odiingaa raawwateera.
Lammiileen Keeniyaa hedduun Istaadiyeemii…
Gameessi Siyaasaa Keeniyaa Raayilaa Odiingaan boqote
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2018(FMC) – Ministirri Muummee duraanii fi gameessi Siyaasaa Keeniyaa Raayilaa Odiingaan addunyaan kanarraa du’aan boqote.
Dhibee onnee isa muudateen Hinditti…
Waliigalteen seena qabeessi waraana Gaazaa dhaabsisu mallatteeffame
Finfinnee, Onkoloolessa 3, 2018(FMC) - Waliigalteen seena qabeessi waraana Gaazaa dhaabsisu fi nagaa waaraa Baha Giddugaleessaatti fidu mallatteeffame jedhan Pirezidaantiin Ameerikaa…