Browsing Category
Idil Addunyaa
Israa’elii fi Heezbollaan Waliigaltee Dhukaasa Dhaabuu irra Ga’an
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2018 (FMC) - Israa'elii fi gareen hidhataa Liibanoos Heezbollaan dhukaasa dhaabuuf waliigalaniiru.
Waliigalteen dhukaasa dhaabuu kun kan dhiyaate erga gareen…
Mariin nageenyaa Ameerikaa fi Iraan gidduutti har’a gaggeeffamuuf ture dheerate
Finfinnee,Waxabajjii 12, 2018 (FMC) – Mariin nageenyaa Ameerikaa fi Iraan gidduutti har’a Siwiizarlaanditti gaggeeffamuuf ture dheerateera.
Biyyoonni lamaan torbanootaaf marii erga…
Pireezidaantonni Ameerikaafi Iraan waliigaltee waraana dhaabuu mallatteessan
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2018(FMC)- Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp fi kan Iraan Masuud Peezeeshkiyaan waliigaltee waraana dhaabuu sadarkaa jalqabaa mallatteessaniiru.…
Ulaan Hoormuuz guyyoota lama keessatti guutummaatti ni banama – Pireezidaanti Tiraampi
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2018 (FMC) – Ulaan Hoormuuz boru yookaa Iftaan guutummaatti ni banama jedhan Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraampi.
Ameerikaa fi Iraan waliigaltee waraana…
Ameerikaa fi Iraan waraana dhaabuuf waliigalan
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2018(FMC) - Ameerikaa fi Iraan waraana dhaabuuf waliigaltee irra ga'aa jiru.
Ameerikaa fi Iraan walitti fiduun mariisisaa kan jirtu Paakistaan waliigaltichi…
Ameerikaafi Iraan waraana dhaabuuf har’a waliigaltee mallatteessu- Doonaald Tiraamp
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2018(FMC)- Ameerikaafi Iraan waraana dhaabuuf guyyaa har’a waliigaltee ni mallatteessu jedhan Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp.
Waliigaltichi erga…
Haleellaa kamiifiyyuu deebii quubsaa laachuuf qophummaa gahaa qabna – Iraan
Finfinnee,Waxabajjii 5, 2018 (FMC) – Haleellaa kamiifiyyuu deebii quubsaa ta’e laachuuf qophummaa gahaa qabna jedhe Waraanni Eegdoota Warraaksa Islaamummaa Iraan.
Tilmaama dogoggoraa…
Iraan Ulaa Hoormuuz guutummaatti cufte
Finfinnee,Waxabajjii 4, 2018 (FMC) – Haleellaa Ameerikaan raawwatte hordofee Iraan Ulaa Hoormuuz irra deebiin guutummaatti cufuu beeksifte.
Haaluma kanaan waraanni Iraan naannawaan…
Ameerikaan Iraan irratti haleellaa qilleensarraa raawwatte
Finfinnee, Caamsaa 3, 2018(FMC)- Helekooptarri waraanaa Ameerikaa diroonii Iraaniin rukutamuu hordofee Ameerikaan buufataalee ittisa qilleensarraafi raadaarii Iraan dhiyeenya ulaa…
Waliigaltee dhukaasa dhaabuu Israa’el fi Iraan…
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2018(FMC)- Furmaata waaraa hin argatiin kan jiru waraanni Israa’el fi Iraan ammas rakkoo naannawichaafi addunyaa ta’ee itti fufeera.
Waliigaltee dhukaasa dhaabuu…