Browsing Category
Idil Addunyaa
Ispeenitti balaa lolaan lubbuun namoota 51 darbe
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2017 (FBC)- Ispeen Magaalaa Vaalenshiyaatti rooba cimaa roobee hordofee lolaa mudateen lubbuun namoota 51 darbuun ibsameera.
Anga’oonni naannawichaa akka…
Israa’eel, Gaazaatti dhorkiin dhaabbilee deeggarsaarra keesse yaaddessaadha-DhMG
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2017 (FBC)- Israa’eel, Gaazaatti dhorkiin dhaabbilee deeggarsaarra keesse haalaa naannawichaa akka hammeessu Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii beeksise.
Itti…
Naa’iim Qaasiim hogganaa garee Hidhattoota Hiizboolaahii ta’uun filataman
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2017 (FBC) – Gareen Hidhattootaa Libaanoos Hiizboolaahiin Naa’iim Qaasiim hogganaa garichaa taasisuun filateera.
Hogganaa garichaa kan turan Hasan…
Kooriyaan Kaabaa loltoota kuma 10 gara Raashiyaatti erguu Ameerikaan beeksifte
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2017 (FBC) – Kooriyaan Kaabaa loltoonni kuma 10 ta’an Raashiyaa tumsuun Yuukreen akka waraanaan gara Raashiyaatti erguu Ameerikaan beeksifte.
Loltoonni…
Eerik Teen Hag hojiirraa gaggeeffaman
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2017 (FBC) – Leenjisaan Maanchiister Yuunaayitiid Eerik Teen Hag hojiirraa gaggeeffamaniiru.
Qabxii kilabichi galmeessaa jiru hordofee Eerik Teen Hag irratti…
Israa’eel iddoolee qabiyyee Waraanaa Iraan humna qilleensaan haleelte
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2017 (FBC) – Israa'eel iddoolee qabiyyee Waraanaa Iraan filatamoo ta'aan humna qilleensaan haleeluu beeksifte.
Iraanii fi deeggartoonni ishee haleellaa…
Kooriyaan Kibbaa deeggarsa meeshaalee waraanaa Yuukreeniif taasisuu akka dandeessu ibsite
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2017 (FBC) – Kooriyaan Kaabaa loltoota hedduu gara Raashiyaatti erguu hordofee Kooriyaan Kibbaa deeggarsa meeshaalee waraanaa Yuukreeniif taasisuu akka dandeessu…
Pireezidaantiin Emireetoota Araba Gamtoomanii daawwannaa hojiif Mooskoo galan
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2017 (FBC) - Pireezidaantiin Emireetoota Araba Gamtoomanii Sheehi Mahaammad Biin Zaayid Al Naahiyaan daawwannaa hojiif Raashiyaa Mooskoo galaniiru.
Jilli…
Israa’eel Somaaliilaanditti mooraa waraanaa ijaaruuf fedhii qabaachuu ibsite
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2017 (FBC) – Israa’eel Somaaliilaanditti Mooraa Waraanaa ijaaruuf fedhii qabaachuu ibsuu miidiyaaleen garaagaraa gabaasan.
Haleellaa Finciltoonni Hawutii…
Ameerikaan, Yuukreeniif deeggarsa waraanaa Doolaara miiliyoona 425 kan taasiiftu ta’uu beeksifte
Finfinnee, Onkololeessa 7, 2017 (FBC) – Ameerikaan, Yuukreen cimsuuf kan oolu deeggarsa waraanaa Doolaara miiliyoona 425 kan taasiiftu ta’uu beeksifte.
Pireezidaantiin Ameerikaa Joo…