Browsing Category
Idil Addunyaa
DhMG deeggarsa namoomaaf Doolaara Miiliyoonaa 100 gadi lakkise
Finfinnee, Hagayya 25, 2016 (FBC)-Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii deeggarsa namoomaaf kan oolu Doolaara miilliyoona 100 gadi lakkise.
Gama…
Sudaanitti balaa lolaa mudateen lubbuun namoota 31 darbe
Finfinnee, Hagayya 24, 2016 (FBC) – Sudaan Kutaa Bulchiinsa Kaabaatti balaa lolaa mudateen lubbuun namoota 31 darbuu gabaafameera.
Balaa kanaan qabeenyi hedduun…
Jaappaan Obomboleettii cimaan rukutamte
Finfinnee, Hagayya 23, 2016 (FBC) – Jaappaan Obomboleettii cimaa waggootaan kurnan darbanii as mul’atee hin beekneen rukutamuu ibsame.
Obomboleettii cimaa Kibba biyyattiitti mudate…
Hundeessaa fi Hogganaan Teeleegiraamii wabii Yuuroo miiliyoona 5 gadi lakkifamuu ibsame
Finfinnee, Hagayya 23, 2016 (FBC) – Sooressi beekamaan, Hundeessaa fi hogganaan Teeleegiraamii Faransaayitti to’annoo jala oolee ture Paaveel Duuroov wabii Yuuroo miiliyoona 5 gadi…
Johaan Ruupart sooressa sadarkaa 1ffa Afrikaa ta’e
Finfinnee, Hagayya 22, 2016 (FBC) – Lammiin Afrikaa Kibbaa Johaan Ruupart qabeenya Doolaara biiliyoona 14.3 baasu horachuun sooressa sadarkaa 1ffa Afrikaa ta’uu ibsameera.
Johaan Ruuparti…
Ambaasaaddar Yohaannis Abrahaam Hogganaa Garee Ce’umsa Pireezidantummaa Kaamaalaa Haaris ta’uun…
Finfinnee, Hagayya 21, 2016 (FBC)- Dhalataan Itiyoophiyaan Ambaasaaddarri Ameerikaa Yohaanis Abrahaam Hogganaa Garee Ce’umsa Pireezidantummaa Kaamaalaa Haaris ta’uun filamuun ibsame.…
Diinagdeen Raashiyaa %4.6 guddina argisiisuun ibsame
Finfinnee, Hagayya 20, 2016 (FBC)- Baatiiwwan ja’an jalqabaa bara 2024 diinagdeen Raashiyaa %4.6 guddina argisiisuu Pireezidaantiin Biyyattii Vilaadmiir Putiin ibsan.
Pireezidaanti…
Sudaaniitti hidhi cabuun balaa lolaa mudateen namoonni 60 du’uun gabaafame
Finfinnee, Hagayya 20, 2016 (FBC) – Sudaan bulchiinsa Galaana Diimaatti hidhaan ‘Arbaat Dam’ jedhamu cabuun balaa lolaa mudateen namoonni 60 du'uu gabaafameera.
Lakkoofsi namoota du’anii…
Paakistaanitti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 37 darbe
Finfinnee, Hagayya 19, 2016 (FBC) – Paakistaanitti balaa Tiraafikaa iddoolee garaagaraa lamatti mudateen lubbuun namoota 37 darbuu gabaafame.
Awutoobisiin Deddeebisa ummataa namoota 70…
Ameerikaan, Raashiyaarra qoqqoobbii yoo keessu, Yuukreeniif ammoo deeggarsa dabalataa kan taasiiftu…
Finfinnee, Hagayya 18, 2016 (FBC) – Ameerikaan, Raashiyaarra qoqqoobbii yoo keessu, Yuukreeniif ammoo deeggarsa dabalataa meeshaalee waraanaa kan taasiiftu ta’uu beeksifte.…