Browsing Category
Idil Addunyaa
FIFAn Saamu’eel Ettoo adabe
Finfinnee, Fulbaana 20, 2017 (FBC) – Koreen Namuusaa Federeeshinii Waldaa Kubbaa Miilaa Idil-addunyaa Pireezidaantii Waldaa Kubbaa Miilaa Kaameeruun Saamu’eel Ettoo adabe.
Taphataa urjiin…
Chaayinaan hojiiwwan walta’iinsa idil addunyaa eegaltee cimsitee kan itti fuftu ta’uu beeksiste
Finfinnee, Fulbaana 20, 2017 (FBC)- Chaayinaan hojiiwwan walta’iinsa idil addunyaa eegaltee cimsitee kan itti fuftu ta’uu Pireezidaantiin Biyyattii Shii Jiinpingi dubbatan.
Hundeeffamni…
Ameerikaatti Obomboleettii hamaa rooba makate mudateen lubbuun namoota 30 darbe
Finfinnee, Fulbaana 20, 2017 (FBC) – Ameerikaa Kutaa bulchiinsa Kaaba Kaaroolaayinaatti Obomboleettii hamaa rooba makate mudateen lubbuun namoota 30 darbuu gabaafame.
Balaan kun…
Israa’eel hogganaa Olaanaa Hizboolaa ajjeesuu beeksiifte
Finfinnee, Fulbaana 19, 2017 (FBC) – Israa’eel haleellaa qilleensaa Libaanoos keessatti raawwatteen hogganaa Olaanaa Hizboolaa ajjeesuu beeksiifte.
Hidhattoota Hizboolaa Libaanoos…
Qabeenyi waraanaan manca’aa jiru dhaabbachuun dhiibbaa jijjiirama qabeenya qilleensaa qolachuuf…
Finfinnee, Fulbaana 15, 2017 (FBC) – Addunyaan qabeenya waraanaan mancaasaa jirtu dhiibbaa jijjiirama qabeenya qilleensaaf oolchuu akka qabdu Pireezidaantiin Biraaziil Luulaa Daa Siilvaan…
Eegaan Warraaqsa Iraan meeshaaleen elektirooniksii Peejar fi Wakii jedhaman hojiirra akka hin oolle…
Finfinnee, Fulbaana 13, 2017 (FBC) – Eegaan Warraaqsa Iraan miseensonni warraaksichaa meeshaalee elektirooniksii Peejar fi Wakii jedhaman akka hin fayyadamne dhorkeera.
Raadiyooniin…
Libaanoos Gaazaa biraa akka taatuuf hin eeyyamnu-DhMG
Finfinnee, Fulbaana 11, 2017 (FBC) –Libaanoos Gaazaa biraa akka taatuuf eeyyamuu hin qabnu jedhan Barreesaa Olaanaan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guutareez.
Antooniyoo…
Poorchuugaal Ibidda Bosonaa mudate qolachuuf labsii yeroo ariifachiisaa labsite
Finfinnee, Fulbaana 8, 2017 (FBC) – Poorchuugaal Ibidda Bosonaa to’annoon ala ta’e qolachuuf labsii yeroo ariifachiisaa labsuu beeksifte.
Balaan Ibidda Bosonaa jalqaba torbee kanaa Kaaba…
Tiraampirratti ammas yaaliin ajjeechaa raawwatamuun gabaafame
Finfinnee, Fulbaana 6, 2017 (FBC)- Pireezidaantii Duraanii Ameerikaa fi kan ammaa filannoorratti irra deebiin hirmaachuuf morkataa jiran Doonaaldi Tiraampi dirree tapha goolfii isaanii…
Koongootti namoota yaalii fonqolcha mootummaa taasisan 37 du’aan akka adabaman itti murtaa’e
Finfinnee, Fulbaana 4, 2017 (FBC)- Rippaabilikii Diimokiraatawaa Koongootti namoota yaalii fonqolcha mootummaa taasisan 37 du’aan akka adabaman itti murtaa’e.
Namoonni murtichi itti…