Browsing Category
Idil Addunyaa
Balaa Xiyyaaraa Neeppaalitti mudateen lubbuun namoota 18 darbe
Finfinnee, Adoolessa 17, 2016 (FBC) – Balaa Xiyyaaraa Magaalaa Guddoo Neeppaal Kaatimaanduutti mudateen balaliisaan ala imaltoonni hundi lubbuun darbuu ibsame.
Waayita xiyyaarichi…
Sa’aatii 24 keessatti Doolaarri miiliyoona 81 Kaamaalaa Haariisiif arjoomame
Finfinnee, Adoolessa 16, 2016 (FBC)- Erga Pireezidaantii Ameerikaa Joo Baayidan dorgommii filannoo keessaa bahu beeksiisanii as, duula filannoo pireezidaantummaa Pirezidaantii Ittaantuu…
Joo Baayidan filannoo pireeezidaantummaa keessaa of baasan
Finfinnee, Adoolessa 14, 2016 (FBC) - Pireezidaantiin Ameerikaa Joo Baayidan filannoo Pireezidaantummaaf duula na filadhaa gaggeessa turanis, filannoo keessaa of baasuu isaanii…
Israa’eel Finciltoota Huutii haleeluu beeksifte
Finfinnee, Adoolessa 14, 2016 (FBC) - Israa'eel Finciltoota Huutii Kaaba Yeeman keessa Socho'anirratti haleellaa qilleensaa qindaa'aa raawwachuu beeksifte.
Haleellaa Finciltoonni Huutii…
Joo Baayidan si’a 3ffaaf Covid-19 qabaman
Finfinnee, Adoolessa 11, 2016 (FBC) – Pireezidaantin Ameerikaa Joo Baayidan Covid-19n qabamuu Waajjirri isaanii Waayit Haawus beeksisera.
Pirees Sekretarii Waayit Haawus kan taate Kaarin…
Chaayinaa fi Raashiyaan waloon shaakala loltummaa gaggeessuu eegalan
Finfinnee, Adoolessa 10, 2016 (FBC)- Chaayinaa fi Raashiyaan qarqaraa Galaana Chaayinaa Kibbaatti shaakala loltummaa waloo gaggeessuu eegaluun ibsame.
Biyyoonni lameen qoqqobbii…
Yaalii Ajjeechaan booda fudhatamummaan Doonaald Tiraampi dabalaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Adoolessa 9, 2016 (FBC) –Aggaammii ajjeechaa Peeniisiilveeniiyaa keessatti raawwatameen booda fudhatamummaan Doonaald Tiraampi dabalaa jiraachuu ibsameera.
Tiraampi gurra…
Doonaald Tiraampi yaaliin ajjeechaa irratti raawwate waan ajaa’ibaa ta’uu dubbatan
Finfinnee, Adoolessa 8, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin duraanii fi kaadhimamaan Pireezidaamummaa ammaa Ameerikaa Doonaald Tiraampi yaaliin ajjeechaa irratti raawwate waan ajaa'ibaa ta'uu…
Doonaald Tiraampi duula na Filadhaa gaggeesaa osoo jiranuu yaaliin ajjeechaa irratti raawwate
Finfinnee, Adoolessa 7, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin duraanii Ameerikaa Doonaald Tiraampi duula na Filadhaa kutaa Peenisilveniyaatti osoo gaggeesaa jiranuu rasaasni itti dhukaafamuu…
Naayijeeriyaatti gamoon mana barumsaa jiguun lubbuun barattoota 22 darbe
Finfinnee, Adoolessa 6, 2016 (FBC) – Naayijeeriyaatti gamoon mana barumsaa Jiguun lubbuun barattoota 22 darbuu gabaafame.
Kutaa Bulchiinsa giddu gala biyyattii Pileetuu jedhamutti…