Browsing Category
Idil Addunyaa
Ameerikaa fi Biriitaaniyaan Finciltoota Huutii haleelaan
Finfinnee, 2, 2016 (FBC) – Ameerikaa fi Biriitaaniyaan haleellaa qindaa'aa Finciltoota Huutiirratti qiyyeeffate raawwachuu gabaafame.
Magaalaa Kibba Lixa Yeeman Teez irratti haleellaa…
Raashiyaa fi Iraan dhimmoota waloo fi Idil Addunyaarratti mari’atan
Finfinnee, Adoolessa 30, 2016 (FBC) – Barreessaan Mana Maree Nageenyaa Raashiyaa Sargeey Shooyiguun dhimmoota waloo biyyoota lamaanii fi idil Addunyaarratti Aanga'oota Teehiraan waliin…
Hezboollaan Xiyyaara nama maleessaan Israa’eel haleeluu ibsame
Finfinnee, Adoolessa 30, 2016 (FBC) – Gareen Hidhattootaa Libaanoos Hezboollaan Xiyyaara nama maleessaa fi Rokkeettiin Israa’eel haleeluu gabaafameera.
Torban darbe Israa’el xiyyaarota…
Ameerikaa dabalatee lammiileen biyyoota hedduu Libaanosiin gadi lakkisanii akka bahan…
Finfinnee, Adoolessa 28, 2016 (FBC)- Lammiileen Ameerikaa, Ingiliz, Faransaay, Siwiidiin, Kanaadaa fi Joordaan Libaanosiin gadi lakkisanii akka bahan akeekkachiifamuun gabaafame.…
Ameerikaan jeettiiwwaniifi dooniiwwan waraanaa dabalataa Baha Giddugaleessatti bobbaasuufi
Finfinnee, Adoolessa 27, 2016 (FBC) – Iraan Israa’el doorsisuu ittifufuu hordofee Ameerikaan jeettiiwwaniifi dooniiwwan waraanaa dabalataa Baha Giddugaleessatti bobbaasuufi jedhame.…
Sigiga lafaa Hindiitti mudateen guyyoota sadii booda namoonni 4 lubbuun argaman
Finfinnee, Adoolessa 26, 2016 (FBC)- Hindi Naannoo Keeraalaatti balaa sigiga lafaa mudatee tureen jijjigaa jalatti namoonni ugguramanii turan afur guyyoota sadii booda lubbuun argamuun…
Qondaalli Olaanaan Hamaas Teehraan keessatti ajjeefame
Finfinnee, Adoolessa 24, 2016 (FBC)-Qondaalli Siyaasaa Olaanaan Hamaas Ismaa’eel Haniiyeeh Iraan Teehraan keessatti ajjeefamuun gabaafame.
Ismaa’eel Haniiyeeh fi eegduu isaanii kan…
Hinditti balaa sigiga lafaa mudateen lakkoofsi namoota du’anii 93 gahe
Finfinnee, Adoolessa 23, 2016 (FBC) – Kutaa Bulchiinsa Kibba Hinditti balaa sigiga lafaa mudateen lakkoofsi namoota du’anii 93 gahuu ibsameera.
Lakkoofsi namoota du’anii ammallee dabaluu…
Balaa sigiga lafaa Hinditti mudateen lubbuun namoota 24 darbe
Finfinnee, Adoolessa 23, 2016 (FBC) – Balaa Sigiga Lafaa Kutaa bulchiinsa Kibba Hinditti mudateen lubbuun namoota 24 yoo darbu, namoota 66 irra miidhaan qaamaa qaqqabuu gabaafameera.…
Kanaadaatti balaan ibiddaa mudate Magaalaa Jaasper gariin mancaase
Finfinnee, Adoolessa 19, 2016 (FBC)-Kanaadaatti balaa ibiddaa mudateen magaalaa tuuristootaa kan taatee Magaalaa Jaasper walakkaa ol mancaasuun ibsame.
Magaalaa Jaasparii fi gaarreen…