Browsing Category
Idil Addunyaa
Sa’aatii 24 keessatti dooniiwwan 25 Ulaa Hormuz keessa dabran – Iraan
Finfinnee, Caamsaa 15, 2018 (FMC) – Humni Eegduu Warraaqsaa Iraan sa'aatii 24 dabran keessatti dooniiwwan daldalaa 25 Ulaa Hormuz keessa darbuu beeksise.
Humni Galaanaa Eegdichaa akka…
Chaayinaatti bakka Albuudni dhagaa Cilee bahutti dhoohiinsa mudateen yoo xiqqaata lubbuun namoota 90…
Finfinnee, Caamsaa 15, 2018 (FMC) – Kaaba Chaayinaa Kutaa Bulchiinsa Shaanshiitti bakka Albuudni dhagaa cilee bahutti dhoohiinsa muudateen yoo xiqqaate lubbuun namoota 90 darbuu gabaafame.…
Pireezidaanti Viilaadmiir Puutiin Pireezidaantii Chaayinaa Shii Jiinpiingi waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 12, 2018 (FMC) – Pireezidaantiin Raashiyaa Viilaadmiir Puutiin Pireezidaantii Chaayinaa Shii Jiinpiingi waliin mari’ataniiru.
Tumsi gama maraa Raashiyaafi Chaayinaa…
Pireezidaanti Doonaald Tiraamp hogganaan ‘ISIS’ ajjeeffamuu beeksisan
Finfinnee, Caamsaa 8, 2018 (FMC) – Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp hogganaan ‘ISIS’ Abuu Bilaal Miinuuki ajjeeffamuu beeksisan.
Pireezidaanti Doonaald Tiraamp ergaa miidiyaa…
Chaayinaan dhimma Taayiwaanirratti Ameerikaan walitti bu’uu dandeessi – Pireezidaanti Shii Jiinpiing
Finfinnee, Caamsaa 6, 2018(FMC) – Pireezidaantiin Chaayinaa Shii Jiinpiing Chaayinaan dhimma Taayiwaanirratti Ameerikaan waliin walitti bu’iinsa keessa galuu dandeessi jedhan.
Mariin…
Yaa’ii hariiroo Afrikaa fi Faransaay caalmaatti cimsuurratti xiyyeeffate…
Finfinnee, Caamsaa 4, 2018(FMC) – Yaa’iin Afrikaa fi Faransaay 'Africa Forward Summit' jedhamu Keeniyaa Magaalaa Naayiroobiitti gaggeeffamaa jira.
Yaa’iin qopheessummaa Afrikaa fi…
Doonaald Tiraampi torbee kana gara Chaayinaa imaluufi
Finfinnee, Caamsaa 3, 2018 (FMC) – Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraampi torbee kana daawwannaa hojiif gara Chaayinaa kan imalan ta’uu dubbatan.
Kun Waggoota kurnan booda…
Yaada Ameerikaan Waraana Dhaabuuf Dhiyeessiteef Deebiin Iraan Kennite Kan Hin Fudhatamnee dha –…
Finfinnee, Caamsaa 3, 2018 (FMC) – Pirezidaanti Donaaldi Tiraampi waraana Ameerikaa fi Iraan gidduutti gaggeeffamaa jiru xumuruuf yaada Ameerikaan dhiyeessiteef, deebiin gama Iraaniin…
Haleellaa Diroonii Raashaa Irratti Raawwatameen Tajaajilli Wiirtuuwwan Xiyyaaraa 13 Addaan Cite
Finfinnee, Eebla 30, 2018 (FMC) – Haleellaa diroonii gamoo bulchiinsa balalii xiyyaaraa magaalaa Rostov-on-Don kan kibba Raashaatti argamu irratti raawwatameen, tajaajilli wiirtuuwwan…
Misooma Inarjii Nukleerii Siiviilii Iraaniif deeggarsa Chaayinaa…
Finfinnee, Ebla 28, 2018 (FMC) – Chaayinaan Misooma Inarjii Nukleerii Siiviilii Iraaniif deeggarsa taasisuu itti fufti jedhan Ministirri Alaa Chaayinaa Waangi Yuun.
Ministirri Alaa…