Browsing Category
Idil Addunyaa
Waraana Israa’eelii fi Iraan irra deebiin haaromaa jiru…
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2018 (FMC) – Waliigalteen dhukaasa dhaabuu eegalee baatiwwan lama booda Israa’eelii fi Iraan gidduutti waraanni akka haaraatti ka’e.
Iraan Kaaba Israa’eliitti…
Pireezidaantiin Chaayinaa Kooriyaa Kaabaa galan
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2018 (FMC) – Pireezidaantiin Chaayinaa Shii Jiinpiingi waggoota 7 booda daawwaannaa hojiif Kooriyaa Kaabaa dhaqan.
Pireezidaanti Shii Jiinpiingi gita isaanii…
Pirezidaanti Zeleniskiin Pirezidaanti Putiin Waliin Fuulleetti Wal Arguun Mari’achuuf Gaaffii…
Finfinnee, Caamsaa 28, 2018 (FMC) – Pirezidaantiin Yuukireen Voloodimiiir Zeleniskii pirezidaantii Raashiyaa waliin fuulleetti wal arguun mari'achuuf yaada dhiyeessaniiru.…
Gamtichi humnoonni siyaasaa Soomaaliyaa gochoota walitti bu’iinsa hammeessan irraa akka of qusatan…
Finfinnee, Caamsaa 27, 2018(FMC)- Komishiniin Gamtaa Afrikaa humnoonni siyaasaa Soomaaliyaa gochoota walitti bu’iinsa biyyattiitti mudate hammeessan irraa akka of qusataniif waamicha…
IGAD Jeequmsi Somaaliyaatti Uumame Mareen Akka Furamu Waamicha Dhiyeesse
Finfinnee, Caamsaa 27, 2018 (FMC) - Dhaabbanni Misoomaa Mootummoota Gaanfa Afriikaa (IGAD) jeequmsi Somaaliyaa keessatti uumame marii hunda-galeessaa fi nagaatiin akka furamu waamicha…
Israa’el fi Libaanos waliigaltee dhukaasa dhaabuu gaggeessuuf waliigalan
Finfinnee, Caamsaa 27, 2018(FMC)- Israa’el fi Libaanos waliigaltee dhukaasa dhaabuu gaggeessuuf waliigalaniiru.
Biyyoonni lameen Heezboollaa dabalatee humnoota hidhattootaa biroo baasuun…
Iraan Kuweetii Bahireen dirooniin haleelte
Finfinnee, Caamsaa 26, 2018 (FMC) – Iraan marii Ameerikaa waliin taasisaa jirtu cinaatti buufataalee waraanaa Ameerikaa Kuweetii fi Bahireenitti argaman dirooniin haleelte.
Haleellaa…
Humnoonni naannawichaa kana booda gaachana buufataalee loltummaa Ameerikaa ta’uu hin danda’an- Iraan
Finfinnee, Caamsaa 18, 2018(FMC)- Hogganaa Olaanaan Iraan Moojitaabaa Kaameeniin humnoonni naannawichaa kana booda haleellaa Iraan buufataalee waraanaa Ameerikaa irratti raawwattu ittisuu…
Doonaaldi Tiraampi marii Iraan waliin taasifamu irratti gareen mariisistootaa isaanii akka…
Finfinnee, Caamsaa 16, 2018 (FMC) – Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaaldi Tiraampi marii Iraan waliin taasifamu irratti gareen mariisistootaa isaanii akka tasgabbaa’an hubachiisaniiru.…
Maree jajjabeessaa Ameerikaa fi Iraan giddutti eegalame
Finfinnee, Caamsaa 15, 2018(FMC)- Yaada maree araaraa Ameerikaa fi Iraan gidduutti geggeeffamuuf dhiyaate irratti adeemsawwan abdachiisoon gama lachuun akka mul'achaa jiru jette Paakistaan.…