Browsing Category
Idil Addunyaa
Raashaa fi Yukireen kopha kophaatti Dhukaasa Dhaabuu Labsan
Finfinnee, Eebila 27, 2018 (FMC) - Raashaa fi Yukireen guyyaa Gamtaan Sooviyeet durii Naazii Jarman irratti injifannoo argatte kabajuuf jecha, dhukaasa dhaabuu gar-tokkee labsaniiru.…
Iraan doonii waraanaa US Ulaa Hormuuz seenuuf turan misaa’elaan haleelte
Finfinnee, Ebla 26, 2018(FMC) – Iraan doonii waraanaa Ameerikaa akeekkachisaa diduun Ulaa Hormuuz seenuuf turan misaa’elaan haleeluu miidiyaaleen Iraan gabaasan.
Iraan dooniin waraanaa…
Waraana lubbuu lammiilee kuma 6 olii wareegee fi diinagdee addunyaa raase…
Finfinnee, Ebla 22, 2018 (FMC) – Waraanni Baha Giddugaleessaa lubbuu lammiilee kuma 6 olii wareeguun diinagdee addunyaas akkaan raaseera.
Waraanni Ameerikaa – Israa’elii fi Iraan…
Ulaa Hormuuz…
Finfinnee, Ebla 20, 2018(FMC)- Ulaan Hormuuz (Strait of Hormuz) addunyaa irratti bakka siyaas-qubsumaa(geopolitics) fi dinagdee murteessaa ta'eedha.
Bakka kana "Ulaa murteessaa boba'aa…
Dooniwwan Ulaa Hoormuuziin gara Iraan imalaa turan 38 kallattii jijjiiran
Finfinnee, Ebla 19, 2018(FMC) – Uggura Ameerikaan Ulaa Hoormuuziin gaggeessaa jirtu hordofee Dooniwwan Ulaa Hoormuuziin gara Iraan imalaa turan 38 kallattii jijjiiruu ibsame.
Duula…
Dhukaasa pirezidaanti Tiraampi irratti qiyyaafate
Finfinnee, Ebla 18, 2018 (FMC)- Afeerraa irbaataa Waayit Haawusitti gaazexeessitootaaf qophaa'e irratti dhukaasni baname pirezidaanti Doonaaldi Tiraampi irratti kan qiyyaafate dha…
Iraan tajaajila balallii sababa waraanaan addaan cite ture eegalchiiste
Finfinnee, Ebla 17, 2018 (FMC) – Iraan tajaajila balallii sababa waraana Ameerikaa- Israa’el fi Iraaniin addaan cite ture eegalchiiste.
Guyyaa har’aa buufanni xiyyaaraa idil-addunyaa…
Manni Maree Biriteen dhaloota haaraa tamboo irraa ittisuuf seera haaraa raggaasise
Finfinnee, Eebila 15, 2018 (FMC) - Manni Maree Biriteen dhalooti haaraan tamboo akka hin binne kan dhorku, seera "dhaloota tamboo irraa walabaa" raggaasiseera.
Seerri manni maree…
Dooniiwwan sadii Ulaa Hoormuuz irratti haleelaman
Finfinnee, Ebla 14, 2018 (FMC) – Dooniiwwan sadii ulaa Hoormuuz irratti haleelamuun gabaafameera.
Giddugalli Oppireeshinii Daldala Galaanarraa Ingiliz dooniiwwan sadeen keessaa tokko…
Paakistaan yaalii miisaa’ela Kiruuzi gaggeessiste
Finfinnee, Ebla 13, 2018 (FMC) – Paakistaan yaalii miisaa’ela Kiruuzi ‘Taayimoor Eer’ jedhamu milkaa’inaan gaggeessisuun gabaafame.
Miisaa’elli kun farra doonii fageenya irraa…