Browsing Category
Idil Addunyaa
Marii shakkisiisaa Ameerikaa fi Iraan
Finfinnee, Eebila 12, 2018 (FMC) - Waraana Giddu-galeessa Bahaa dhaabuuf mariin marsaa lammaffaa Ameerikaa fi Iraan Paakistaan keessatti geggeeffama jedhame hanga ammaatti gaggeeffamuu isaa…
Kooriyaan Kaabaa miisaa’eloota baalaastikii fageenya gabaabaa furguggifte
Finfinnee, Ebla 11, 2018 (FMC) – Kooriyaan Kaabaa guyyaa har’aa miisaa’eloota baalaastikii fageenya gabaabaa hedduu gara Galaana Bahaatti furguggifte.
Yaa’iin miisaa’elaa biyyattiin…
Iraan Ulaa Hormuuz irra deebiin cufte
Finfinnee, Ebla 10, 2018 (FMC) – Iraan Ulaa Hormuuz irra deebiin cufuu beeksifteetti.
Guyyaa kaleessaa waliigaltee dhukaasa dhaabuu Israa'elii fi Libaanos gidduutti taasifame hordofee…
Ulaan Hormuuz dooniiwwan daldalaa hundaaf baname
Finfinnee, Ebla 9, 2018 (FMC)- Waliigaltee dhukaasa dhaabuu Israa'elii fi Libaanos gidduutti taasifame hordofee Ulaan Hormuuz dooniiwwan daldalaa hundaaf banamuu Iraan beeksisteetti.…
Ulaan Hormuuz dooniiwwan daldalaa hundaaf baname
Finfinnee, Ebla 9, 2018 (FMC)- Waliigaltee dhukaasa dhaabuu Israa'elii fi Libaanos gidduutti taasifame hordofee Ulaan Hormuuz dooniiwwan daldalaa hundaaf banamuu Iraan beeksisteetti.…
Hoggantoonni Libaanos fi Israa’el nagaa buusuuf waliin ni mari’atu – Doonaaldi…
Finfinnee, Ebla 8, 2018(FMC)- Preezidaantiin Ameerikaa Doonaaldi Tiraampi, hoggantoonni Libaanos fi Israa'el waggoota soddoma booda yeroo jalqabaaf Kamisa har'aa marii akka gaggeessan…
Israa’eelii fi Libaanos marii dippiloomaasi fuulaa fuulaa eegaluufi
Finfinnee, Ebla 6, 2018(FMC) – Israa’eelii fi Libaanos waggoota 30’n booda yeroo jalqabaaf marii fuulaa fuulaa Waashingitan DCtti eegaluuf ta’uu gabaafame.
Mariin dippiloomaasii kun…
Kooriyaan Kaabaa yaalii Misaa’ela Kiruuz fi farra doonii waraanaa gaggeessite
Finfinnee, Ebla 6, 2018 (FMC) – Kooriyaan Kaabaa yaalii Misaa’ela Kiruuz fi farra doonii waraanaa milkaa’inaan gaggeessuun gabaafameera.
Yaaliiwwan misaa’elaa kunneen doonii waraanaa…
Ameerikaan dooniiwwan gara ulaa Hormuuz seenanii fi ba’an dhorkuu jalqabde
Finfinnee, Eebila 5, 2018 (FMC) – Ameerikaan imala galaanarraa gara buufataalee doonii Iraanitti imalamu dhorkuu jalqabuu beeksisteetti.
Pirezidaantiin Ameerikaa Doonaaldi Tiraampi…
Iraan doorsisa kamiifiyyuu hin jilbeeffattu – Paarlaamaa biyyattii
Finfinnee, Ebla 5, 2018 (FMC) – Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraampi buufataaleen Iraan har’aa eegalanii kan cufaman ta’uu ifoomsaniiru.
Mariin nageenyaa fuulaa fuulaa Iraanii fi…