Ispoortii
Magaalaa Shaggar 1- 0 Buna Sidaamaa
Finfinnee, Caamsaa 2, 2018 (FMC) – Tapha CBE Piriimer Liigii Itiyoophiyaa torbee 31ffaan Magaalaan Shaggar Buna Sidaamaa galchii 1 fi 0’n injifateera.
Tapha Sa’aatii 7:00 irraa eegalee Istaadiyeemii Finfinneetti taphatameen galchii Biiniyaam Fiqruu galcheen Magaalaan Shaggar 1 fi 0’n injifachuu danda’eera.
#Oromia #Ethiopia
Read More...
Haalli Qilleensaa Waancaa Addunyaa 2026f Qormaata Akka Ta’u Himame
Finfinnee, Caamsaa 2, 2018 (FMC) – Gaggeeffamuuf yeroo gabaabaan kan hafe dorgommii Waancaa Addunyaa 2026 haala qilleensaa rakkisaa ta’een qormaatni mudachuu akka danda’u eerame.
Biyyoota dorgommicha keessummeessan Ameerikaa, Kanaadaa fi…
Weestihaam Yunaayitid vs Arsenaal
Finfinnee, Caamsaa 2, 2018 (FMC)- Sagantaa taphaa piriimer Liigii Ingilaandi torbee 36ffaan dursaan liigichaa Arsenaal dirree isaan alatti taphni galgala sa'aatii 12:30 irratti Weestihaam Yunaayitid waliin taphatu baay'ee eegamaa jira.…
Maanchiister Siitii 3 – 0 Bireentifoord
Finfinnee, Caamsaa 1, 2018 (FMC) – Maanchiister Siitii Bireentifoord injifachuun morkii waancaa cimsate.
Siitiin galchii 3 fi 0'n Bireentifoordi injifachuun garaagarummaa Arsenaal waliin qabu gara 2tti dhiphifateera.
Jeremii Dookuu,…
Liiverpuul 1 – 1 Cheelsii
Finfinnee, Caamsaa 1, 2018 (FMC) –Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 36ffaan morkiin Liiverpuulii fi Cheelsii gidduutti taasifame qixaan xumurame.
Cheelsiin hirmaannaa waltajjii Awurooppaa argachuuf falmii cimaa taasisaan…
Morkii Liiverpuul Cheelsii waliin taasisu…
Finfinnee, Caamsaa 1, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 36ffaan morkiin Liiverpuul Cheelsii waliin taasisu ni eegama.
Har'a waaree booda sa'aatii 8:30 eegalee falmiin kilaboota laman gidduutti godhamu xiyyeeffannoo…
Peeppi Gaardiyoolaan leenjisaa cimaa baatii kanaa jedhame
Finfinnee, Ebla 30, 2018 (FMC) – Leenjisaan Maanchiister Siitii Peeppi Gaardiyoolaan leenjisaa cimaa Piriimeer Liigii baatii kanaa jedhamuun filatame.
Peeppi Gaardiyoolaan taphoota piriimeer liigichaa baatii Eblaa keessa taphate sadi…