Ispoortii
Morkii Woolviis Arsenaal waliin taasisu…
Finfinnee, Guraandhala 11, 2018 (FMC) – Piriimeer Liigii Ingiliziin har’a Woolviis dursaa liigichaa Arsenaal waliin taphata.
Gabatee liigichaan sadarkaa dhumaarratti kan argamu Woolviis dursaa liigichaa Arsenaal waliin har’a halkan sa’aatii 5:00 eegalee morkiin taasisu ni eegama.
Arsenaal dursummaa isaa caalmaatti cimsachuuf falmii cimaa…
Read More...
Waldorgommiin shaampiyoonaa Ispoortii manneen barnootaa Magaalaa Shaggar eegale
Finfinnee, Guraandhala 10, 2018 (FMC) –Wal-dorgommiin shaampiyoonaa Ispoortii manneen barnootaa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Sabbataatti gaggeeffamuu eegaleera.
Dhaloota dorgomaa ta'eefi ispoortessitoota ciccimoo egeree Magaalaa bakka…
Dorgommiin biyyaalessaa Leenjii fi Madaallii Ispoortii guddattootaa xumurame
Finfinnee, Guraandhala 8, 2018 (FMC) - Dorgommiin biyyaalessaa Leenjii fi Madaallii Ispoortii guddattootaa qopheessummaa Ministeera Aadaa fi Ispoortii fi keessummeessummaa Naannoo Oromiyaan geggeeffamaa ture milkaa'inaan xumurameera.…
Morkii har’a Bireentifoord Arsenaal waliin taasisu…
Finfinnee, Guraandhala 5, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 26ffaan Arsenaal dursummaa isaa cimsachuuf morkiin Bireentifoordi waliin taasisu hawwiin eegama.
Har’a halkan sa’aatii 5:00 eegalee Bireentifoordi…
Maanchister Siitiin Fulhaamiin injifate
Finfinnee, Guraandhala 4, 2018(FMC) - Sagantaa tapha Piriimiyar Liigii Ingilaandi torbee 26ffaan Maanchister Siitiin Fulhaamiin 3 fi 0'n injifateera.
Galgala sa'aatii 4 fi 30 irraa eegalee tpha taphatame kanaan Semeeniyoo, Oreelii fi…
Tapha Maanchister siitii fi Fulhaam eegamu…
Finfinnee, Guraandhala 4, 2018(FMC) - Sagantaa Piriimiyar Liigii Ingilaandi torbee 26ffaan Maanchister Siitiin morkii waancaaf qabu cimsachuuf har'a ni tapahata.
Siitiiwwan har'a galgala sa'aatii 4:30 irratti Fuulhaam waliin taphatu.…
Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 26ffaan har’a taphoonni 4 ni taphatamu
Finfinnee, Guraandhala 3, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 26ffaan har’a taphoonni 4 ni taphatamu.
Har’a halkan sa’aatii 4:30 eegalee Cheelsii - Liidiis Yuunaayitiid, Eevartan – Boornimaawuuz waliin yoo taphatan,…