Kantiibaa Adaanech Abeebeen Miseensoota Mana maree yeroo hojii isaanii xumuran galateeffatan
Finfinnee, Fulbaana 20, 2019 (FMC) – Manni Maree Magaalaa Finfinnee Miseensota Mana Maree duraaniif gaggeessaa taasiseera.
Miseensota Filannoo Marsaa 6ffaan filatamanii waggoota shanan…