kaadhimamtoonni kuma 10 ol filannoo irratti dorgomuuf dhiyaataniiru – Boordicha
Finfinnee, Guraandhala 27, 2018(FMC) - paartilee Siyaasaa galmaa'an 47 irraa kaadhimamtoonni kuma 10 fi 934 filannoo irratti dorgomuuf dhiyaataniiru jedhe Boordiin Filannoo Biyyaalessaa…