Oduu biyya keessaa Marsariitiin bu’aan qormaataa ittiin ilaallamu ifoome Sifen Megersa Sep 15, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 5, 2018 (FMC) – Marsariitii bu’aan qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2017 ittiin ilaallamu ifoomeera. Barattoonni har’a waaree boodaa eegalanii marsariitii fi…
Ispoortii Fiigicha xumuraa gufachiisa meetira kuma 3 har’a gaggeeffamuun Atileetoonni Itiyoophiyaa ni eegamu Sifen Megersa Sep 15, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 5, 2018 (FMC) –Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaa Jaappaan Tookiyootti dorgomamaa jiruun fiigichi xumuraa gufachiisa meetira kuma 3 har’a dhiirotaa gidduutti ni…
Oduu biyya keessaa Naannoo Oromiyaatti adeemsi baruufi barsiisuu bara barnootaa 2018 eegale Ayana Dheressa Sep 15, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 5, 2018(FMC)- Naannoo Oromiyaatti adeemsi baruufi barsiisuu bara barnootaa 2018 guyyaa har’aa eegaleera. Naannichatti adeemsi baruufi barsiisuu bara kanaa guyyaa…
Oduu biyya keessaa Dhalootni ammaa dhaloota seenaa himu, seenaa barreessuufi seenaa hojjetuudha – obbo Awwaluu… Sifen Megersa Sep 15, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 5, 2018 (FMC) – Xumuramuu Hidha Guddicha Haaromsaa Itiyoophiyaa hordofee Hoggantoonnii fi hojjettoonni naannoo Oromiyaatti sosochii ga’umsaa qaamaan gammachuu isaanii…
Oduu biyya keessaa Hidhi Haaromsaa gamtaan danda’uu keenyaaf ragaa jiraataadha- Obbo Tamasgeen Xurunaa Ayana Dheressa Sep 14, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 4, 2018(FMC)- Ministirri Muummee Itti aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan Hidhi Haaromsaa gamtaan danda’uu keenyaaf ragaa jiraataadha jedhan. Obbo Tamasgeen Xurunaan ergaa…
Oduu biyya keessaa Eebbifamuu Hidha Guddicha Haaromsaa Itiyoophiyaa sababeeffachuun magaalota Gambeellaafi Asoosaatti… Ayana Dheressa Sep 14, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 4, 2018(FMC)- Eebbifamuu Hidha Guddicha Haaromsaa Itiyoophiyaa sababeeffachuun Naannoo Gambeellaa magaalaa Gambeellaafi Naannoo Beenishaangul Gumuz magaalaa Asoosaatti…
Oduu biyya keessaa Hidhi Haaromsaa Guddichi bayyanachuu Itiyoophiyaaf bu’uura- Kantiibaa Adaanech Abeebee Ayana Dheressa Sep 14, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 4, 2018(FMC)- Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Hidhi Haaromsaa Guddichi bayyanachuu Itiyoophiyaaf bu’uura ajaa’ibsiisaadha jedhan. Eebbifamuu…
Oduu biyya keessaa Hidhi Haaromsaa duudhaa Itiyoophiyaanonni hojjetanii agarsiisu jedhuuf ragaadha- Pireezidaanti… Ayana Dheressa Sep 14, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 4, 2018(FMC)- Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Hidhi Haaromsaa duudhaa Itiyoophiyaanonni fageessanii yaadu, ni qoratu hojjetanii agarsiisu, bu’aa isaas ni…
Oduu biyya keessaa Finfinneetti hiriirri deeggarsaa gaggeeffamaa jira Ayana Dheressa Sep 14, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 4, 2018(FMC)- Eebbifamuu Hidha Guddicha Haaromsaa Itiyoophiyaa sababeeffachuun magaalaa Finfinneetti hiriirri deeggarsaa gaggeeffamaa jira. Hirmaattonni hiriirichaa…
Ispoortii Dorgommiin xumuraa fiigicha meetira kuma 10 dhiirotaa har’a ni gaggeeffama Ayana Dheressa Sep 14, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 4, 2018(FMC)- Dorgommii Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaan dorgommiin xumuraa fiigicha meetira kuma 10 dhiirotaa guyyaa har’aa ni gaggeeffama. Dorgommichi…