Itiyoophiyaan nagaa fi tasgabbii Afrikaa mirkaneessuuf gaheen qabdu cimee itti fufa – Fiildi…
Finfinnee, Caamsaa 11, 2018 (FMC )- Itiyoophiyaan nagaa fi tasgabbii Afrikaa mirkaneessuuf gaheen qabdu cimee itti fufaa jedhan Itaamaajoor Shumiin Waliigalaa Humna Waraanaa Fiildi Marshaal…