Ispoortii Boornimawuz fi Maanchiister Siitii Yonatan Birhanu May 19, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 11, 2018 (FMC) – Sagantaa Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 37ffaa irratti Maanchiister Siitiin dirree isaan alatti imaluun halkan sa'aatii 3:30 irratti Boornimaawuz…
Ispoortii Arsenaal 1 – 0 Barnileey Sifen Megersa May 19, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 10, 2018 (FMC)–Arsenaal Barnileey injifachuun imala shaampiyoonummaa isaa fiixeen gahe. Galchii Kaayi Haavaarti daqiiqaa 37ffaarratti lakkoofsiseen Arsenaal galchii 1…
Oduu biyya keessaa Hojiileen birmadummaa daataarratti hojjetaman jireenya lammiilee fooyyessuuf tajaajiluu qabu –… Sifen Megersa May 18, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 10, 2018 (FMC) – Hojiileen birmadummaa daataarratti hojjetaman jireenya lammiilee fooyyessuuf tajaajiluu qabu jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.…
Biiznasii Oromiyaatti biqiltuu Baala shaayii miiliyoona 100 fi miiliyoona 20 misoomsuuf hojjetamaa jira Sifen Megersa May 18, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 10, 2018 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti bara kana biqiltuu Baala shaayii miiliyoona 100 fi miiliyoona 20 misoomsuuf hojjetamaa jira jedhe Biiroon Qonnaa naannichaa. Har’a…
Oduu biyya keessaa Birmadummaan daataa biyya cimaa ijaaruuf murteessadha – Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa May 18, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 10, 2018 (FMC) –Biyya cimaa ijaaruu fi bilisummaa imaammataa mirkaneessuuf birmadummaan daataa dhimma akkaan murteessadha jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa Yaaliin Sudaanii fi Itiyoophiyaa walitti buusuu, fedhii humnoota alaati – Gaazexeessituu Sudaan Sifen Megersa May 18, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 10, 2018 (FMC) – Yaaliin Sudaanii fi Itiyoophiyaa walitti buusuu tibbana mul’atu, fedhii lammiilee Sudaan osoo hin taane fedhii humnoota alaati jette Gaazexeessituun…
Oduu biyya keessaa Yaadamoota qabeenya kuufamaa Itiyoophiyaa mul’isaan… Sifen Megersa May 18, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 10, 2018 (FMC) – Kaka’umsa Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadiin kan eegalaman Piroojektoonni Maaddiin Shaggariif, Maaddiin Biyyaa fi Maaddiin dhalootaaf bifa…
Fayyaa Oromiyaatti namoota kuma 300’f qorannoon dhibee Daranyoo Sombaa taasifame Ayana Dheressa May 18, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 10, 2018 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti namoota kuma 300’f qorannoon dhibee Daranyoo Sombaa taasifameera jedhe Biiroon Fayyaa Naannichaa. Godina Jimmaatti dhibbee Daranyoo…
Oduu biyya keessaa Hawaasni filannoorratti haalaan hirmaachuu – Jaarsolii biyyaa fi Abbootii Gadaa Sifen Megersa May 18, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 10, 2018 (FMC) – Filannoo waliigalaa misooma hundagaleessa mirkaneessuuf gahee qaburratti lammiileen kaardii fudhatan hund sirnaan hirmaachuu qabu jedhan Jaarsoliin Biyyaa…
Oduu biyya keessaa Nageenyi lammiilee Sa’udii Arabiyaa jiraatanii eegamuu qaba – Dooktar Geediyoon… Yonatan Birhanu May 18, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 10, 2018 (FMC) - Ministirri Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Ximootiwoos, nageenyi hojjettoota Itiyoophiyaa Sa'udii Arabiyaa jiraatanii eegamuu qaba jedhan. Dooktar…