Idil Addunyaa Doonaald Tiraampi torbee kana gara Chaayinaa imaluufi Sifen Megersa May 11, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2018 (FMC) – Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraampi torbee kana daawwannaa hojiif gara Chaayinaa kan imalan ta’uu dubbatan. Kun Waggoota kurnan booda…
Oduu biyya keessaa Bara oomishaa 2018/19’f xaa’oo gahaatu jira- Ejensicha Ayana Dheressa May 11, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2018 (FMC) – Bara oomishaa 2018/19’f xaa’oo gahaatu jira jedhe Ejensiin Babal’ina Waldaalee Hojii Gamtaa Oromiyaa. Bara oomishaa 2018/19’f Xaa’oo man-kuusaa bulee fi…
Oduu biyya keessaa Qaamolee maree biyyaalessaarratti hirmaachuu qaban keessaa % 95 hirmaataniiru – Komishinii Maree… Sifen Megersa May 11, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2018 (FMC) – Qaamolee maree biyyaalessaarratti hirmaachuu qaban keessaa % 95 hirmaataniiru jedhe Komishinii Maree Biyyaalessaa. Komishinii Maree Biyyaalessaa yeroo…
Ispoortii Fiigicha Maaraatoonii Moorookootti gaggeeffameen Atileetoonni Itiyoophiyaa koorniyaa lamaaninuu… Sifen Megersa May 11, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2018 (FMC) – Fiigicha Maaraatoonii Moorookoo Magaalaa Raabaatiitti gaggeeffameen Atileetoonni Itiyoophiyaa koorniyaa lamaaninuu injifataniiru. Dorgommii Atileetoota…
Oduu biyya keessaa Pirojektoota yeroo kaa’ameefiin dura xumuruun aadaa ta’aa jira- Obbo Awwaluu Abdii Ayana Dheressa May 11, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2018 (FMC) – Pirojektoota yeroo kaa'ameefiin dura xumuruun aadaa ta’aa jira jedhan Pirezidaaantii Itti aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Awwaluu Abdiin. Godina…
Oduu biyya keessaa Daa’imummaan duraarratti hojiileen Addunyaaf fakeenya ta’an hojjetame – Kantiibaa Adaanech Abeebee Sifen Megersa May 11, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2018 (FMC) – Yaa'iin Misooma Kunuunsa Daa'imummaan Duraa Idil Addunyaa, Egeree Daa'imman Afriikaa irratti xiyyeeffate gaggeeffameera. Magaalaa Finfinneetti hojiin…
Oduu biyya keessaa Sagantaaleen fayyummaa daa’immanii fooyyessan ijaarsa dhalootaaf wabiidha- Obbo Tamasgeen Xurunaa Ayana Dheressa May 11, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2018 (FMC) – Sagantaaleen fayyummaa daa’immanii fooyyessan ijaarsa dhalootaaf wabiidha jedhan Ministirri Muummee Itti aanaan obbo Tamasgeen Xurunaan. Sagantaan…
Idil Addunyaa Yaada Ameerikaan Waraana Dhaabuuf Dhiyeessiteef Deebiin Iraan Kennite Kan Hin Fudhatamnee dha –… Ayana Dheressa May 11, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2018 (FMC) – Pirezidaanti Donaaldi Tiraampi waraana Ameerikaa fi Iraan gidduutti gaggeeffamaa jiru xumuruuf yaada Ameerikaan dhiyeessiteef, deebiin gama Iraaniin…
Oduu biyya keessaa Miidiyaaleen madda dhugaa fi hafuura biyyaa ta’uu qabu – Paartii Badhaadhinaa Ayana Dheressa May 11, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2018 (FMC)- Miidiyaaleen waca irratti osoo hin taane, furmaata irratti xiyyeeffachuun madda dhugaa ta’uun hafuura biyyaa ta’uu qabu jedhe Paartiin Badhaadhinaa.…
Fayyaa Hundee Diimaa fi faayidaa sirna nyaataa keessatti qabu… Ayana Dheressa May 11, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2018(FMC) - Gosoota kuduraa hawaasa keenya biratti akka waan faayidaa guddaa hin qabneetti ilaalamaa turan kessaa hundeen diimaa isa tokko. Yeroo baay'ee, ''Hundee…