Piriimeer Liigii Itiyoophiyaan har’a taphoonni 2 ni taphatamu
Finfinnee, Caamsaa 3, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa sagantaa torbee 31ffaan har'a taphoonni 2 ni taphatamu.
Haaluma kanaan waaree booda sa'aatii 9:00 eegalee…