Itiyoophiyaatti Laappitooppii fi Taableetii Omishuuf Hojjetamaa Jira – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaan waggoota muraasa keessatti omisha laappitooppii fi taableetii jalqabuuf hojii bal'aa hojjechaa jirti jedhan Ministirri muummee Dooktar…