Wixineen Baajeta bara 2019 Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Birrii Biliyoona 500 ol ta’ee…
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2018 (FMC) - Kaabineen Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee walga'ii idilee har'a geggeesseen waxinee baajeta bara 2019 dabalatee ajandaawwan adda addaa irratti mari'atee…