Paartiin mootummaa hundeessu fedhii uummataa guutuuf hojjechuu qaba- Jiraattota magaalichaa
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2018 (FMC) – Paartiin filannoo injifachuun mootummaa hundeessu fedhii uummata isa filatee guutuuf hojjechuu qaba jedhan jiraattonni magaalaa Finfinnee.…