Magaalichatti Wiirtuun Kenniinsa Tajaajila Iddoo tokkoo hojii eegale
Finfinnee,Waxabajjii 4, 2018 (FMC) – Magaalaa Naqamteetti Wiirtuun Kenniinsa Tajaajila Iddoo tokkoo hojii eegaleera.
Giddugalichi tajaajilaa saffisiisuu, deddeebii abbaa dhimmaa hambisuu,…