Idil Addunyaa Ameerikaan Iraan irratti haleellaa qilleensarraa raawwatte Ayana Dheressa Jun 10, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2018(FMC)- Helekooptarri waraanaa Ameerikaa diroonii Iraaniin rukutamuu hordofee Ameerikaan buufataalee ittisa qilleensarraafi raadaarii Iraan dhiyeenya ulaa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Ministira Muummee Hindiif ergaa baga gammaddanii dabarsan Sifen Megersa Jun 10, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 3, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Muummee Hindii Naareendiraa Moondiin baga gammaddan jedhan. Naareendiraa Moodiin seenaa Hindii…
Oduu biyya keessaa Qophummaa qaamaafi xinsammuu wayita qormaataa… Sifen Megersa Jun 10, 2026 0 Qormaanni sadarkaa naannoo kutaa 6ffaafi 8ffaa akkasumas qormaanni biyyoolessaa kutaa 12ffaa eegalamuuf jira. Qormaanni kun beekumsa barattootaa madaaluu qofa osoo hin taane, gara…
Oduu biyya keessaa Boordichi Bu’aa Naannolee filannoo 24 raggaasise Tsehay Guluma Jun 9, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 2, 2018 (FMC) - Boordiin Filannoo Biyyaalessaa bu'aa naannolee filannoo 24 kanneen lakkawamanii fi ida'amni isaanii xumurame mirkaneessuun ifoomseera. Haaluma…
Oduu biyya keessaa Diinni kumaatamni walitti qabamuyyuu imala Itiyoophiyaa hin dhaabsisan- Obbo Tamasgeen Xurunaa Tsehay Guluma Jun 9, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 2, 2018 (FMC)- Diinni kumaatamni walitti qabamuyyuu imala Itiyoophiyaa hin dhaabsisan jedhan Ministirri Muummee Itti aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan. Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Filmaata manneen jireenyaa dandeettii lammiilee giddugala godhate babal’isuun barbaachisaadha- Aadde… Ayana Dheressa Jun 9, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 2, 2018(FMC)- Filmaata manneen jireenyaa dandeettii lammiilee giddugala godhate babal’isuun barbaachisaadha jedhan Ministirri Ministeera Magaalaafi Bu’uuraalee Misoomaa…
Oduu biyya keessaa Dirqama Loltummaa Ba’achaa, Mirga Diimokiraasii Fayyadamuu Yonatan Birhanu Jun 9, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 2, 2018 (FMC) – Kabaja daangaa fi birmadummaa biyya keenyaa eegsisuu cinatti, mirga diimokiraasii keenyatti fayyadamuun sagalee keenya kennineerra jedhan miseensonni…
Oduu biyya keessaa Hojiin Misooma kooriidarii magaalichaa marsaa 3ffaan saffisaafi qulqullinaan hojjetamaa jira-… Ayana Dheressa Jun 9, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 2, 2018(FMC)- Hojiin Misooma kooriidarii magaalichaa marsaa 3ffaan saffisaafi qulqullinaan hojjetamaa jira jedhan Kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen.…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad saayitii ijaarsaa manneen teeknooloojii ammayyaa fayyadamuun ijaaraman agarsiisu… Ayana Dheressa Jun 9, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 2, 2018(FMC)- Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad saayitii ijaarsaa manneen teeknooloojii ammayyaa fayyadamuun ijaaraman agarsiisu daawwataniiru. Ministirri…
Oduu biyya keessaa Manni Marichaa labsii fooyyessii gumruukaa raggaasise Ayana Dheressa Jun 9, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 2, 2018(FMC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa walga’ii idilee 24ffaa gaggeesseen wixinee labsii, labsii gumruukaa fooyyessuuf dhiyaate qorachuun raggaasiseera.…