Oromiyaatti Qormaata Sadarkaa Naannoo Kutaa 6ffaa fi 8ffaaf qophiin xumurame- BBO
Finfinnee, Caamsaa 26, 2018 (FMC)- Naannoo Oromiyaatti qormaata Sadarkaa naannoo kutaa 6ffaa fi 8ffaa kennuuf qophiin barbaachiisu xumurameera jedhe Biiroon Barnootaa Oromiyaa.…