Hojiilee ijoo Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad baatiwwan Eblaa fi Caamsaa keessa raawwatan
Birmadummaa Diinagdee fi Indaastirii babal’isuuf :-Bilisummaa diinagdee biyyattii mirkaneessuuf hojiilee heddu raawwataniiru.
Guddina Indaastirii fi oomishaalee alaa galan kan biyya…