Marichi waadaa cimaan kan ittiin uumamudha- Komishinar Yoonaas Adaayyee
Finfinnee, Adoolessa 8, 2018(FMC)- Mariin Biyyaalessaa Itiyoophiyaa seenaa biyyattii keessatti iddoo guddaan kan kennamuuf uummataafi mootummaa gidduutti waadaa haaraafi amanamaan kan itti…